Hir’ina nyaataa (Malnutration)

Wantoota bu’uuraa dhala namaaf barbaachisan keessaa tokko nyaatadha. Guyyaa guyyaatti anniisaan keessa keenyatti gubatee akka lubbuun jiraannu nu taasisu nyaata nuti nyaatnu irraa argama. Akkasumas, namni tokko qaamnisaa yeroo yerootti ijaaramee diigamaafi... Read more »

Dadhabuu Tiruu

Tiruun qaamolee dhala namaa jiraachuuf dirqama barbaachisan (vital organ) jedhaman keessaa isa tokko yoo ta’u, ga’ee hojii hedduu ta’e kan qabuudha. Tiruun dhala namaa kan argamu, Garaa gara handhuuraa olii gama mirgaatiini.... Read more »

Fayyaa walhormaataafi saalquunnamtii

Hawaasa keenya keessatti wanta baratame keessaa tokko rakkoo fayyaa qaama walhormaataan walqabatan ykn walquunnamtii saalaa waliin walqabatanii dhufan mana yaalaa dhufee ykn maatiif hiriyoota isaatti himachuu saalfata. Kunimmoo rakkoowwaan garaagaraaf yeroo isaan... Read more »

Fayyaa dubartootaa Marsaa laguu (xurii) dubartootaa

Marsaan laguu (xurii) dubartootaa sababa jijjiiramuu hormooniirraan kan ka’e kan baatii baatiin gadameessa dubartootaa keessaa dhiiga dhangala’u dha. Shamarran tokko marsaa laguu kan arguu jalqabdu avereejiitti waggaa 13 irraa kaaseeti. Marsaan laguu... Read more »

Dhukkubni kaansarii maali?

Dhalli namaa erga dhalatee ni guddata, ulfaatinaan, dheerinaan waan hundaan dabalaa deema. Seelonni qaama namaa keessaa yeroo yerootti du’aa, dhalataa, jijjiiramaafi bakka walbuusaa deemu. Fakkeenyaaf seelonni dhiigaa diimaa qaama namaa Umuriin isaanii... Read more »

Rakkoo walsimachuu dhabuu gartuu dhiigaa abbaa warraa, haada warraafi daa’ímaa

Abbaan warraa gartuun dhiigasaa Rh Poozativii (Rh+ve) ta’eefi haati warraa gartuun dhiigashee Rh negativii (Rh-)  taate yoo walfuudhanii dhala godhachuu barbaadan; ulfa uumamu (mucaa garaa keessaa) irratti dhiibbaa akkamii fiduu mala? Akkuma... Read more »

Iccitii sammuu keenyaafi ofeeggannoo taasisuufii qabnu

Namoonni baay’een kutaa qaamasaanii kamirrayyuu caalaa waa’ee sammuusaanii irratti hubannaa gadi fagoo utuu qabaatanii isaanitti tola. Haa ta’u garuu, qorattoonni sammuu akka ibsanitti waa’een sammuu saayinsii bal’aafi walxaxaa akka qorannaa pilaaneetoota hawwaa... Read more »

Dhukkuba saree maraatuurraa gara namaatti darbu

Baay’een keenya waa’ee dhibee dhukkuba saree maraattee (RABIES) quba qabna. Dhukkubni saree maraatuu dhukkuba vaayirasii dhaan dhufuufi kan ciniinnaa bineeldota garagaraan gara namatti darbudha. Dhukkubni kun biyyoota addunyaa mararratti kan argamuufi namoota... Read more »

Dhiibbaa araadni fayyaa keenyarraan gahuufi akkaataa ittiin to’achuun danda’amu

Araadni maali?     Addunyaa keenya kanarratti namoonni hedduun araadaan qabamanii jiru. Araadni kunis rakkoo fayyaa qaamaa, sammuufi hawaasummaa namoota hedduu irraan gaheera. araada (addiction) jechuun maal jechuudha? Namni wantoota araada nama qabsiisan fayyadamu... Read more »

Yaaddoo hawwaasummaa (‘social anxiety disorder’)

Nagaasaan dargageessa waggaa 21ti. Mucaa bareedaa, ijoollumma isaati kaasee haasaan, dubbiifi deemsirraa bareedudha. Mana barumsa galee akkuma hiriyoota isaa biroo waliin taphachuu barbaada ture. Abbaan isaa akka ilaalcha isaatti ijoollonni naannoo isaanii... Read more »