Daa’imman ji’a muraasa jalqabaa guyyaatti hanga si’a 15 fincaa’uu danda’u. Sababnisaas hangi afuuffeen fincaaniisaanii baachuu danda’u xiqqaa ta’uufi dandeettii guddinaan dhufu kan fincaan tursiifachuu dandeessisu waan hinqabneefi. Hanga waggaa 14tti qabiyyeen afuuffee... Read more »
Dhibeen daddarboo Kovid-19 dhibee addunyaa kana weeraruun gaaga’ama lubbuu, dinagdeefi hawaasummaa guddaa geessisuu erga jalqabee waggaa lamaa ol lakkoofsiseera. Dhibeen kun dhibee daddarbaa sadarkaa olaanaa namarraa namatti daddarbuufi lubbuu namoota baay’ee galaafataa... Read more »
Sirni xannachootaa akkuma sirnoota biroo kan akka sirna dhiigaa, sirna bullaa’iinsa soorataafi sirna lafee jiraachuu dhala namaaf ga’ee guddaa kan qabudha. Sirni xannachootaa kunis xannachoota hedduu kan qaama namaa keessa bakka garaa... Read more »
Hedduun keenya ebeluu dhiigni sammuusaasaa keessatti dhiigee duhe/ duute ykn qaamni isaa/ishee lamshaa’ee, dubbachuu dadhabdee duute yeroo jedhamu dhageenyeerra taha. Mee guyya har’aa waa’ee dhibee lubbuu namaa dabarsu kan istirookii jedhamuun beekkamuu... Read more »
Fayyaa: Akka Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa jedhutti fayyaa jechuun dhukkuba dhabuu qofa osoo hintaane; guutumaatti qaamaan, hafuuraan, sammuun fayyaa ta’uufi hawaasa waliin walitti dhufeenya gaarii qabaachuu jechuudha. Jechi fayyaa jedhu, fayyaa sammuutiin alatti... Read more »
Namni umrii giddugaleessaatti argamu tokko tilmaamaan dhiiga liitira shan of keessaa qaba. Dhiiga keenya keessa wantoota garaagaraatu jira. Wantoota kanneen keessaa tokko seelota dhiigaati. Seelota dhiigaa sadiitu dhiiga keenya keessatti argama. Isaanis:... Read more »
Biyya keenyatti dhukkuba sammuu ilaalchisee odeessawwaniifi ilaalchawwan dogoggoraa hedduutu jiru. Kunis sababa hubannoon saayinsaawaafi dhugaa ta’e hawaasaaf hinkennamneef, akkasumas akkuma addunyaatti yoo ilaalle iyyuu saayinsiin waa’ee fayyaa sammuu waggaa 100n dura hedduu... Read more »
Dhibeewwan daddarboo ta’an yeroo jennu dhibeewwan karaa garaagaraatiin bineensarraa namatti ykn namarraa namatti daddarban jechuu keenya. Baattuuwwan dhibee kanaa kan ta’an gara namaatti karaa garaagaraatiin daddabarsuu danda’u. Garaa kaasaan sababa rifachuu mar’imaan... Read more »
Jarmiileen qoricha waliin walbaruun maal maalirraa ka’a? Yeoo garaagaraatti jarmiileen garaagaraa karaa adda addaan gara kutaa qaama keenyaa seenuun dhiibbaa cimaa namarraan geessisu. Jarmiileen lubbuu qaban dhukkuboota adda addaa namatti fidan kunniinis... Read more »
Yeroo ammaa kana addunyaa keenyarratti tamboo xuuxuun babal’achaa jira. Ga’eessota qofaa osoo hintaane daa’immaniifi dubartootni hedduun araada tamboo xuuxuun qabamanii jiru. Tamboo ofiin qabsiifatanii xuuxuu qofa osoo hintaane namoota tamboo aarsan yeroo... Read more »