Hir’ina nyaataa (Malnutration)

Wantoota bu’uuraa dhala namaaf barbaachisan keessaa tokko nyaatadha. Guyyaa guyyaatti anniisaan keessa keenyatti gubatee akka lubbuun jiraannu nu taasisu nyaata nuti nyaannu irraa argama. Akkasumas, namni tokko qaamnisaa yeroo yerootti ijaaramee diigamaafi... Read more »

Dhukkuboota ‘HIV’ waliin wal qabatanii dhufan

Dhukkuuboota ‘HIV/AIDs’ waliin walqabatanii deeman eenyu, maal fa’i? Dhukkuboonni vaayirasii HIV da’oo godhachuudhaan lubbuu namaa galaafatan maal fa’i? Waa’ee dhukkuba HIV/AIDS yoo ammaa ammaa irra deddeebinee kaafne, miidiyaalee qabnu mararrattillee yoo baasnee... Read more »

Dhukkubbii mataa

Dhukkubbiin mataa ykn mataa boowwuu kan jennu dhaabbanni fayyaa addunyaa (World Health Organization) akka qoratetti namoota waggaa 18 ol ta’an keessaa walakkaa (50%) kan ta’an yoo xiqqaate waggaa tokko keessatti altakkaa dhukkubsatu.... Read more »

Dhibeewwan dubartoota ulfaa mudatan keessaa tokko tokko

Dubartooonni ulfaa haalli sirna qaamasaanii namoota kaanirraa adda waan taheef taateewwan baay’ee kessummeessuu danda’u. Yeroo ulfaa hormooniiwwaan qaamashee keessaaas waan jijjiiramaniif sirnoota qaamaa dubartootaa baay’eerratti jijjiiramoota xixiqqoo ni agarsiisa. Jijjiiramni hedduun qaamasaanii... Read more »

Dhukkuboota Onnee

Dhukkuba onnee yoo jennu baay’inaan hedduuu kan ta’aniifi yoo kan siriitti barreessine kitaaba guddaa tokkoo ol ta’uu malan waan ta’eef gadi fageenyaan haasa’uu baannus dhukkuboonni onnee maal akka ta’aniifi maaltu dhukkuba onneef... Read more »

Cirracha Kalee (Renal Stones)

Sababa jijjiirama haala jireenyaa (life style modification) irraa kan ka’e, yeroo ammaa cirrachi kalee addunyaa keenyarratti daran babal’achaa jira. Cirrachi kalees hammaan guddachaa yoo deeme karaa itti xuraa’aa kaleen keenya dhimbiibdee/ calaltee... Read more »

Dhiiguu gadameessaa dahumsa boodaa

Dhiiguun da’umsa boodaa wantoota lubbuu haadholii dabarsan keessaa isa jalqabaadha. Keessumaa biyyoota guddataa jiran kanneen akka biyyoota sahaaraa gadii keessatti rakkoo hamaa haadhota keenyarraan geessisaa jira. Dhalli namaa avereejiin turtii guyyaa 280... Read more »

Bineensota summii cimaa qabaniin ciniinamuufi gargaarsa duraa taasifamuu qabu

Bineensonni uumamaan Rabbi yoo isaan uumu waan ittiin diinasaanii ofirraa faccisan, kaaniif gaafa ittiin waraanan, kaaniif dandeettii fiigicha saffisaa ittiin baqatanii ba’an, kanneen biroof ammoo humna ittiin diinasaanii caccabsan kenneeti. Akkasumas bineensota... Read more »

Dhukkuboota ‘HIV’ waliin wal qabatanii dhufan

Dhukkuuboota ‘HIV/AIDs’ waliin walqabatanii deeman eenyu, maal fa’i? Dhukkuboonni vaayirasii HIV da’oo godhachuudhaan lubbuu namaa galaafatan maal fa’i? Waa’ee dhukkuba HIV/AIDS yoo ammaa ammaa irra deddeebinee kaafne, miidiyaalee qabnu mararrattillee yoo baasnee... Read more »

Cabaa

Cabaa jechuun yeroo lafeen tokko gara Caccaba adda addaatti (tokko ykn sanii ol) jijjiiramuudha. Cabni karaa sadiin dhufuu danda’a Isaanis: Humni kallattiin lafeerra yoo oolu, Humni karaa naanna’aan lafeerra yoo gahu, Maashaaleen... Read more »