Dhukkuboota bineensotarraa namatti daddarban tokko tokko

 (Zoonotic Diseases)  Ummanni keenya dur durii kaasee haalli jireenyasaa bineensota keessumaa bineensota manaa waliin walitti dhufeenya ol’aanaa kan qabudha. Sareen hattuu manarraa dhorkiti, bineensa lagaas midhaaniif bineeldota biroo irraa eegdi, akkasumas bineensota... Read more »

Qoricha HIV/AIDS’fudhatanii addaan kutuun miidhaa maalii qaba?

Dhukkuuboota HIV/AIDs waliin walqabatanii deeman maal fa’i? Qoricha vaayirasii HIV akkuma qabamaniin dafanii eegaluun bu’aa maalii qabaa? Qoricha erga eegalanii addaan kutuun hoo miidhaa maalii geessisaa? Dhukkuboonni vaayirasii HIV da’oo godhachuudhaan lubbuu... Read more »

Vaayirasii Koronaa ittisuuf Itoophiyaan maal hojjechaa jirti?

Yeroo darbe waa’ee maalummaa, haala daddarbuufi ittisa dhukkuba koroonaa vaayirasii ilaallee turre. Amma immoo mee haala qabatamaa biyyi keenya dhukkubicha ittisuu irratti taasisaa jirtu haa ilaallu. Akkuma beekamu babal’inni dhukkuba kanaa biyyoota... Read more »

Haala jireenyaaf fayyummaa qaama keenyaaf bu’aa guddaa kan qaban maal fa’i?

Namni tokko jireenya isaa ykn ishee guyyaa guyyaa keessatti waan dhimma fayyaa waliin wal hin qabanne kan biroo yoo hojjetan karaalee hedduudhaan fayyaa ofii akka miidhan beekamaadha. Kunis Fayyaan nama tokkoo kan... Read more »

Dhukkuba vaayirasii koroonaa

Dhukkubni vaayirasii koronaa (corona virus) jedhamu durumaan dursee kan argameefi namoota hedduu kan qabataa ture ta’uun akkuma beekamutti ta’ee, yeroo ammaa akka addunyaatti sadarkaa sodaachisaafi dhala namaa dhiphina guddaa keessa galchurra jira.... Read more »

Hir’ina dhiigaa yeroo ulfaa (‘Anemia in Pregnancy’)

Hir’ina dhiigaa jechuun maal jechuu akka ta’eefi maal maalirraan akka nama qabuu danda’u akkasumas garaagarummaa dhiibbaa dhiigaafi hir’ina dhiigaa maal akka ta’e yeroo darbe bal’inaan kaasnee turre. Haa ta’u malee hir’ina dhiigaa... Read more »

Dhukkuba tiruu

Tiruun qaamota namni tokko jiraachuuf barbaadu keessaa kan hangafaa Tiruudha. Tiruun qaama tokkicha ta’ee garaa keessa gara fuulduraafi gama mirgaatti argama. Akkuma qaama namaa kamiyyuu tiruun wantoota gara garaan ni hubama, ni... Read more »

Araadaafi fayyaa

Araadni maalinni?       Jalqabarratti araada (addiction) jechuun maal jechuudha? Namni wantoota araada nama qabsiisan fayyadamu hundi “araada qaba/qabdi” jennamoo hiika addaa qaba? Araada (addiction) jechuun: Dhibee yeroo dheeraaf namarra ture, kan wantoota araada... Read more »

Fiiziyooteeraappiin dhibee maalfaarraa nama fura?

Obbo Solomon Tashoomaa jedhamu. Magaalaa finfinnee naannawaa Kiiloo Afuriitti dhalatan. Barumsa sadarkaa tokkoffaafi lamaffaa naannuma itti dhalatan kiiloo 4tti hordofan. Barumsa Yunivarsitii ammoo Ameerikaa,magaalaa Menisootaatti Injinaringii Meedikaalaa fi  Baayoomeedikaalaan  eebbifamaniiru. Haaluma kanaan... Read more »

Hirriba gahaa rafuu dhabuun rakkoolee akkamiif nama saaxiluu mala?

Hirribni jiruu dhala namaa kessatti bakka ol’aanaa kan qabuu fi namni tokko walumaa galatti hirriba osoo hin rafiin akka lubbuun jiraachuu hin dandeenye beekamaadha. Haa ta’uu garuu turtiin dheerina hirribaa, yeroon hirriba... Read more »