Cirracha hadhooftuufi cirracha kale

Yeroo ammaa kana sababaafi akkaataa haala jireenyaa irraan kan ka’e dhibeewwan daddarboo hintaane babal’achaa jiru. Dhibeewwan daddarboo hintaane keessaa cirrachi kaleefi cirrachi hadhooftuus kan eeramanidha. Dhibeewwan kunniin sababoota garaagaraa irraan kanka’e kan... Read more »

Dhukkuboota sombaafi iujummoo sombaa keenya miidhan

Dhukkuboonni baay’een sababa jarmootaafi haala qilleensa naannawa keenyaarraa kan ka’e somba keenyaafi ujummoo sombaa keenya miidhu. Mee dhibeewwan kanneen keessaa muraasasaanii haa ilaallu. Dhibee daranyoo sombaa ykn TB Dhibeen daranyoo sombaa dhibeewwan... Read more »

Dhibeewwan karaa qulqullina dhabuu nyaataafi sagaraatiin daddarban

  Doktar Naafyaad Geetuutiin Dhibee taayifiyidii (Typhoid Fever) Taayifooyidiin dhukkuba daddarboo baakteriyaa Salmoonellaa taayifeefi Paaraataayifee jedhamuun kan dhufuudha. Innis nama tokkorraa gara nama biraatti kan darbu nyaataafi dhangala’a (aannan, bishaaniifi kkf) bobbaa,... Read more »

Kaansarii fiixee gadameessaafi kaansarii harmaa

Kaanserii fiixee gadameessaa Kaansariin fiixee gadamessaa kaansaroota dubartoota huban keessaa isa tokko. Biyyoota guddataa jiranitti kaansariin kun kaansaroota qaama walhormaataa huban keessaa sadarkaa jalqabaarratti argama. Uumamuu kaansarii fiixee gadameessaatiif ga’ee guddaa kan... Read more »

Fayyaa gogaa keenyaafi gurra keenyaa

 Gogaan keenya kutaa qaama keenyaa keessaa isa guddaadha. Ulfaatinaafi bal’inaan kutaa qaama keenya keessaas isa duraadha. Gogaan keenya ijaarsa (layer) sadii irraa kan ijaarameefi wantoota qaama keenya midhan nurraa ittisuu keessatti gahee... Read more »

Marsaa laguufi jeeqamuu marsaa laguu

Gadameessi dubartoota kutaawwan sadii ofkeessaa qaba. Kunis kutaa gara alaatti argamu, kutaa gidduutti argamu kan maashaafi hiddoota dhiigaa ofkeessaa qabuufi kutaa keessoon gadameessaa ykn endometrium kan jedhamuudha. Sababa jijjiiramuu hormooniiwwan kutaa sammuu... Read more »

Ija keenyaafi fayyaa ija keenyaa

Doktar Naafyaad Geetuu Iji keenya qaamolee miiraa keenya shanan keessaa tokko kan taheedha. Wantootni garaagaraa guyyaa guyyaan gochaa oollu baay’een yeroo isaan itti agartuu ijaa keenya miidhan argaa oolla. namni kamiyyuu agartuun... Read more »

Fayyaa daa’immanii

Umuriin daa’ima tokkoo kan lakkaa’amuu jalqabu erga gadameessa keessatti uumamuu  jalqabdee/jalqabee osoo hintaane erga gadameessa haadhaa keessaa baatee hafuura jalqabaa baafachuun boo’uu jalqabeeyyi. Daa’imman umuriin isaanii baatii tokkoo gadii warra kaan caalaatti... Read more »

Wal’aansa jalqabaa balaa tasaatiif kennamu

Nama rasaasanis ta’u waan biraatiin miidhamee dhiigu tokkoof gargaarsi jalqabaa gochuu qabdan maali!? Akkuma beekamu nama rasaasaan dhahame tokko irra caalaatti kan ajjeessu dhiiguu garmaleedha. Kanaaf dhiiga dhangala’aa jiru dhaabuuf      Jalqabarratti... Read more »

Sammuu keenyaafi fayyaa hirriba keenyaa

Fayyaa sammuu keenyaa Sammuun keenya kutaa sirna narvii wiirtuu keessaa tokko kan ta’eefi haala hojii qaama keenyaa guutummaa kan to’atudha. Kana jechuun kutaa qaama keenya biroo ajaja sammuu irraa fudhachuun raawwatu jechuudha.... Read more »