Seenaa Ardaalee jilaa Oromoo Waliigalaa

Ummannii Oromoo hundeen dhaloota isaa tokkuma. Yeroo booda baay’inaa maatiifi  barbaacha qabeenya jireenyaaf tolu sakkatta’uf iddoo adda addaatti faca’e. Gosaan  qodamuun  kun  aadaa yeroo iddoo tokko ture sana akka irraaffatu hingoone. Seeraa... Read more »

Aadaa fuudhaafi heeruma saba Anyuwaa

Anyuwaa, Nuweer, Majaang, Oppoofi  Koomoon Sabootaafi Sablammoota  shanan naannoo Gaambeellaa  keessa jiraniidha.  Saboonniifi sablammoonni Itoophiyaa biroonis naannicha keessa jiraachaa jiru. Barreeffama kanaan aadaan fuudhaafi heeruma saba Anyuwaa maal akka fakkaatu akka armaan... Read more »

Artisti Iteenash Girmaa bara 1959 hanga 2011tti

Keessumaa sirbashii barii birraa bara 1996 “Inquxaaxaash Shinooyyee (Qaammee)” jedhamuun ummata biyyattii biratti daran kan beekamtu Artisti Irreessaa Iteenash Girmaa  Waxabajjii 4 bara 2011 naannawa sa’aatii 10:00tti addunyaa kanarraa du’aan boqottee sirni... Read more »

Seenaa Oromoo Warjii

Oromoon ummata Sirna Gadaatiin bulaa tureedha. Gadaan immoo jaarmiyaalee hawaasa isaa ittiin abboomu seeraa ofii ni qaba. Namoota dhuunfaanis  ta’e gareen seera Gadaa cabsan akkaata ittiin gorsu ni qaba, kan tole jedhee... Read more »

Mada’aa: Sirna bulchiinsa dimokiraatawaa Affaar -Obbo Ibraahiim Sayid Mohaammad

Ummanni Affaar akkuma ummata Oromoo sirna bulchiinsa dimokraatawaa ittiin walhogganu, waladabu, murtii itti dabarsuufi aangoo  itti walharkaa fuudhu ‘akkuma ummanni Oromoo sirna Gadaa qabu isaanis ‘Mada’aa’ qabu. Ummattoonni lameen  kun bulchiinsa sirna... Read more »

Ummata Sidaamaaf, ‘Ayidee Cambalaalaa’

Ayyaanni kabaja bara haaraa ummanni Sidaamaa walga’ii 10fa ‘UNESCO’ Naamiibiyaatti Sadaasa bara 2008 taa’ameen duudhaalee aadaa 35 dhiyaatan keessaa filatamuun galmaa’uunsaa ni yaadatama. Ayyaanichi sadarkaa biyyaattis hambaalee duudhaalee aadaa dhala namaa hinqaqqabatamne... Read more »

Maqaafoo oolaa (Asoosama gabaabaa)

Sammiifi lafni dukkanaan walqabate walhiikuu jalqabeera. Haata’umalee halluu adii malee halluu biraa gurrachumatti jijjiiree mul’isa. Aniis bakkan ciisuu ka’ee moraa keessa deemee dawoo wayii ilaaladhe anaa… jedhuu sareen duttee na wareersite.” Muu!... Read more »

Beenishaangul keessa Oromoo baay’een jiraatus aartiin quucaraadha

Saboota naannoo Beenishaangul Gumuz jiraatan keessaa % 80 Oromoo ta’uu himama. Ta’us guddinni aartii Oromoo yeroodhaa gara yerootti dabalaa ammayyaa’aa dhufe achitti xiyyeeffannaa hinarganne. Oromoon baay’ee achi jiraatu seenaafi aadaasaa aartiin akka... Read more »

Jaarsummaa: Sirna haqni itti eegamu

Ummanni Oromoo yeroo seerri ammayyaa hinjirretti rakkoolee haqaa naannawaafi qe’ee isaatti isa mudachaa ture sirna ittiin hiikkataa ture qaba. Sirni kun akka guddina hawaasaatti dagaagee beekamuu baatus, amma waldhabdeewwaniifi rakkoolee hawaasummaa hiikuu... Read more »

“Haala amma jiruun aartiin Oromoo baay’ee guddachuu ni danda’a” -Artist Zarihun Wadaajoo

Artist Zarihun Wadaajoo Abbaa isaa Obbo Wadaajoo Goobanaafi haadha isaa Aadde Zawudituu Makoorraa  bara 1955  Godina Wallagga Bahaa, Magaalaa Naqamteetti dhalate. Barumsa sadarkaa tokkoffaa kutaa 1fa hanga 6fatti  bakkuma dhaloota isaatti baratee... Read more »