Ummata Sidaamaaf, ‘Ayidee Cambalaalaa’

Ayyaanni kabaja bara haaraa ummanni Sidaamaa walga’ii 10fa ‘UNESCO’ Naamiibiyaatti Sadaasa bara 2008 taa’ameen duudhaalee aadaa 35 dhiyaatan keessaa filatamuun galmaa’uunsaa ni yaadatama. Ayyaanichi sadarkaa biyyaattis hambaalee duudhaalee aadaa dhala namaa hinqaqqabatamne... Read more »

Maqaafoo oolaa (Asoosama gabaabaa)

Sammiifi lafni dukkanaan walqabate walhiikuu jalqabeera. Haata’umalee halluu adii malee halluu biraa gurrachumatti jijjiiree mul’isa. Aniis bakkan ciisuu ka’ee moraa keessa deemee dawoo wayii ilaaladhe anaa… jedhuu sareen duttee na wareersite.” Muu!... Read more »

Beenishaangul keessa Oromoo baay’een jiraatus aartiin quucaraadha

Saboota naannoo Beenishaangul Gumuz jiraatan keessaa % 80 Oromoo ta’uu himama. Ta’us guddinni aartii Oromoo yeroodhaa gara yerootti dabalaa ammayyaa’aa dhufe achitti xiyyeeffannaa hinarganne. Oromoon baay’ee achi jiraatu seenaafi aadaasaa aartiin akka... Read more »

Jaarsummaa: Sirna haqni itti eegamu

Ummanni Oromoo yeroo seerri ammayyaa hinjirretti rakkoolee haqaa naannawaafi qe’ee isaatti isa mudachaa ture sirna ittiin hiikkataa ture qaba. Sirni kun akka guddina hawaasaatti dagaagee beekamuu baatus, amma waldhabdeewwaniifi rakkoolee hawaasummaa hiikuu... Read more »

“Haala amma jiruun aartiin Oromoo baay’ee guddachuu ni danda’a” -Artist Zarihun Wadaajoo

Artist Zarihun Wadaajoo Abbaa isaa Obbo Wadaajoo Goobanaafi haadha isaa Aadde Zawudituu Makoorraa  bara 1955  Godina Wallagga Bahaa, Magaalaa Naqamteetti dhalate. Barumsa sadarkaa tokkoffaa kutaa 1fa hanga 6fatti  bakkuma dhaloota isaatti baratee... Read more »

Maqaafoo Qe’ee (Asoosama gabaabaa)

Kutaa 3fa Anumaa Qocaatti nagaa dhaammatee ofirra garagaluu Gogor’iin akka fuullee (marayyaa) ijaa ‘giph’ natti jette. Ergan ishee argee bubbuleera. Eddii laga Abbayyaatti nagattee baqattee ijji koo ishii hinargine. Suutan mil’adhe. Miillishee... Read more »

Maqaafoo Qeeqaa (asoosama gabaabaa)

Kutaa 2fa Dubbistootaa, kutaa tokkoffaan asoosama kanaa Ebla 4 bara 2011 fuuluma kanarratti dhiyaachuunsaa ni yaadatama. Kutaa lammaffaanis akka ittaanutti dhiyaateeraa dubbisa gaarii. Lagni Abbayyaa dhaadachuu garaatti ol deefatee kunuunsee laga Angaritti... Read more »

Barreessaa Gaaddisaa Birruufi hojiileesaanii

Bareeessaa Gaaddisaa Birruu Godina Arsii, Aanaa Leemmuufi Bilbiloo, Magaalaa Boqqojjiitti dhalatan. Barumsa sadarkaa tokkoffaa hanga kutaa 8fatti bakkuma dhalootasaaniitti baratan. Barumsasaanii sadarkaa 2fa kutaa 9fafi 10fa ammoo Magaalaa Asallaatti baratan. Kutaa 11fa... Read more »

Maqaafoo Burqaa (Asoosama Gabaabaa)

Maqaafoo Burqaan jedhama. Atihoo? Yoo ati natti himuu dhiftes maqaakee beeka. Ani afaanota hundaa nan dhagaha. Bishaan, simbira lafaafi kanneen biroo wajjin afaanumasaaniitiinin walii galuu nan danda’a. Si sobaa hinjiru. ‘Tolee!’ akka... Read more »

Irreecha Tulluu: Sirna kadhaan ittigaggeeffamu

Irreechi amantii Oromoo keessaa isa tokkoofi adda dureedha. Irreecha jechuun sirna kadhaafi galata Waaqaaf g o d h a m u u d h a . K a d h a a... Read more »