“Hawwisoon Afran Qal’oo siyaasa Oromoorratti ciminaan hojjetaa ture” -Gaazexeessaa Jaafar Alii

Hawwisoon Afran Qal’oo waggoota 53 dura magaalaa Dirree Dawaatti wayita hundoofte maqaa gosa Harargee Bahaa Afran Qal’oo jedhamu moggaafachuun sosochii siyaasaafi hawaas-dinagdee Oromoo cimsuu keessatti shoora olaanaa taphataa ture. Kun ta’us miseensonni... Read more »

Ayyaana Cuuphaafi Shawaa Kaabaa

Ayyaanonni amanatiidhaan walqabatanii kabajaman faayidaa amantiitti dabalee duudhaalee aadaafi uumamaa of keessatti qabataniin daaw’attoota biyya keessaafi alaa daran hawatu. Ayyaanni Cuuphaa waggaa waggaadhaan Amajjii 11 keessumaa hordoftoota amantii Ortodoksiitiin sirna ho’aadhaan duudhaasaa... Read more »

Artisti sagaleensaa nikularii: Umar Suleeymaan

Artisti Umar Suleeymaan gootaafi hayyicha Oromoo Suleeymaan Shayimoorraa bara 1953 Godina Baalee, Aanaa Diinshoo, Ganda Abbakara Zaallo’oo jedhamutti dhalate. Abbaan Artisti Umar goota finiinaa bara sirna nafxanyaa isaan tuquun akka nama waaqatti... Read more »

Odaa Awwaardi: Sagantaa artistoota Oromoo onnachiisu

Sochii qabsoo ummata Oromoo waggoota dheeraaf taasifamaa ture finiinsuu keessatti kutaaleen hawaasa Oromoo hedduu sochii garagaraa taasisaa kan turan yoo ta’u, isaan keessaa warraaqsi artistootaan gaggeeffamaa ture isa tokkodha. Sirnoota garagaraa Itoophiyaan... Read more »

Ayyaana Qillee Shawaa Kaabaatti

Ayyaanni Qillee ayyaanota waggaa waggaadhaan kabajamaniifi ibsama aadaa garagaraa qaban keessaa isa tokko. Ayyaanni kun akkuma addunyaattiyyuu hordoftoota amantii kiristaanaa biratti haala ho’aafi taateewwan addaddaatiin erga kabajamuu eegalee tureera. Amma amma taateen... Read more »

Aadaan eenyummaadha!

Guyyaan Saboota, Sablammootaafi Ummattoota Itoophiyaa marsaa 13faf baranaa qopheessummaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetiin Sanbata darbe kabajameera. Guyyaan kun ummattoota Itoophiyaa biratti guyyaa Heerri Mootummaa Riippaabiliika Federaalawa Diimokiraatawaa Itoophiyaa (RFDI) itti ragga’e Sadaasa 29... Read more »

Xinjechaafi dhamjecha

Xinjechi dameewwan xinqooqa gooree (‘micro linguistics’) keessaa tokko ta’ee, saayinsii caasaa jechootaa qo’atuudha. Hayyuun afaanii Katambaa jedhamu dhimma kanarratti akkana jedha: “Morphology is the study of the internal structure of words or... Read more »