Ilmoon namaa fedhii hindaageffamne qaba. Osoo nyaachuu, dhuguu, uffachuu, rafuu dammaquufi kanumarra naanna’uu qofaan fedhiinsaa daangaa godhateera. Kana jechuun koo yaada fedhiin ilma namaa daangaa hinqabu kan jedhuufi “Kan dacheen hinbaannee hinjiru”... Read more »
Ummanni Oromoo jiraataa duraa Afrikaa kaabaafi bahaati. Kanas ragaan qorattootaa seenaa adda addaatiin godhame ni mirkaneessa. Ummanni kun waggoota kumaatama dura duudhaaleefi aadaansaa baroota dheeraaf kuufates hanga yeroo dhiyootti osoo ifa hinta’in... Read more »
Ummatni Itoophiyaa aadaa waliin jireenyaa, hangafa kabajuu, keessummaa simachuu, waliin nyaatee dhuguu gabbataa qaba. Aadaa gabbataan kun barmaatilee aadaa saboota, sablammootaafi ummattoota biyyattii waliin hindeemneen akka hinfaalamneef Miniteerri Aadaafi Tuurizimii, Biiroon Aadaafi... Read more »
Walitti bu’iinsa ALA bara 1994 Ruwaandaatti lammiilee Huttuufi Tutisii gidduutti guyyoota 100f adeemsifameen namootni miliyoona tokko ta’an du’aniiru. Isa booda Pirezidaantiin Ruwaandaa, Pool Kaagaameen gara aangootti ba’uun “Amma kan darbe darbeera. Kana... Read more »
Kutaa Xumuraa Dubbistootaa, barreeffamoota torban lamaan darbanitti seenaa mootummaa Gumaay yookiin Gumaa isin dubbisisuun keenya ni yaadatama. Kutaa xumuraa kanaanis kufaatii mootummaa Gumaayiifi taateewwan isa booda kan dhiheessinu ta’a; dubbisa gaarii. Erga... Read more »
Hagayya kana keessa ayyaanota kabajaman keessaa ayyaanni Hulluqqoo ykn ifannoo ykn ammasqalaa isa tokko. Ayyaanni kun ayyaana ofkaluufi ce’umsaati jedhamuun beekama. Sababnisaa wayita ganni dhumee birraatti hulluqamuuf akkasumas, wayitiin qonnaa dhumee qonnaan... Read more »
Torban darbe ayyaanni Taaborii (Taaboree) bakkawwan garagaraatti kabajamee darbeera. Haalli kabaja ayyaana kanaa bakkaa bakkatti hiikawwan adda addaa kan qabu yoo ta’u, ayyaanicha sabaafi amantii tokko qofaan walqabsiisuun ni mul’ata. Keessumaa akka... Read more »
Waggoota lamaan darban shira daldaltoonni siyaasaa xaxaniin walitti bu’iinsa ummata Oromoofi Somaalee gidduutti uumameen lubbuun lammiilee hedduu akka darbu, qabeenyi miliyoonaan lakkaa’amu akka barbadaa’uufi lammiileen qe’eesaaniirraa akka buqqa’an ta’eera. Rakkoo nageenyaa mudatee... Read more »
Kutaa lammaffaa Torban darbe mata dure kana jalatti hiika, qoodaminsaafi faca’iinsa mootummaa Gumaay (Gumaa) ilaaluun keenya ni yaadatama. Kan torban irraa itti fufees akka armaan gadiitti dhihaata. Du’a Horaa Waarraa kan dhagahe... Read more »
Sirna Gadaa keessatti aangoo ykn baalliin kan daddarbu karaa dimokraatawaafi ifa ta’eeni. Abbaan Gadaa, Gadaa fudhate tokko baallii abbaa Gadaa isa dura turerraa kan fudhatu yoo ta’u, kallacha garuu abbaa isaa irraa... Read more »