Irreecha Horaa Finfinnee

Kutaa 2fa Dubbistootaa, torban mataduree kana jalatti haala moggaasa Magaalaa Finfinneetiin jalqabnee dhimmoota ijoo danuu isiin dubbisiisuun keenya ni yaadatama. Maxxansa kanaan kutaa ittaanu isin biraan geenya. Dubbisa gaarii! Mootii Minilik II... Read more »

Faaruu, uffannaafi tartiiba adeemsaa Guyyaa Irreechaa

Maarehoo: Faaruu kana dubartiinis dhiirriis walumaan faarsaa deemu. Namni tokko ni dha’ata. Namoonni kuun jalaa qabu. Yoo jalaa qabanis  ‘maree-hoo maree-hoo’ jedhu. Hoo yaa maree -hoo! jecha jedhu irra deddeebi’anii qabu. Kan... Read more »

Irreecha Hora Finfinnee

Irreechi Guyyaa Galataa akka ta’e irra deddeebii’un ibsaa turreerra. Har’as ibsuu kan barbaannu dhimmii Irreecha Hora Finfinneeti. Finfinneen Seenaa Oromoo keessati iddoo guddaa qabdi. Aadaa sirna Gadaa keessati ardaa muudaati. Ardaa muudaa... Read more »

Maqsalaafi qophiileesaa

Ayyaanota sirna ho’aadhaan duudhaalee aadaatiin waa’elchamanii miidhaginaan kabajaman keessaa tokko ayyaana Masqalaati. Ayyaanni Masqalaa Oromoo dabalatee saboota biyya keenyaa hunda biratti qophii addaatiin kabajama. Yeroo Masqalaatti nama dhiisnaan loonillee waan dhiyaana qabaniif... Read more »

Jaarraa afraffaa durayyuu Oromoon xombora gubaa ture

Amantiin Kiristaanaa Dhaloota Kiristoos Dura (DhKD) bara 341 irraa kaasee mooticha Aksum, Izaanaatiin osoo hinbabal’atiin dura Oromoon xombora gubaa turuu Pirezidaatiin Waldaa Waaqeffattoota Addunyaa ibsan. Pirezidaatiin waldichaa Abbaa kennaa, Doktar Qana’aa Lammii... Read more »

Irreechi hambaa aadaafi seenaa Oromooti

Kutaa 3fafi isa xumuraa Dubbistootaa, mataduree kana jalatti maxxansawwan keenya lamaan darbaniin dhimmoota Irreechaan walqabatan isin dubbisiisuun keenya ni yaadatama. Maxxansa kanaanis kutaa ittaanuufi isa dhumaa isin dubbisiisna. Ummattoota kaabaafi Baha Afriikaa... Read more »

Qunnii buqqifannaa

Bari’uun birraa sabootaafi Sablammoota Itoophiyaa biratti haalota adda addaatiin yaadatama ykn kabajama.Oromoo biratti irra caalaa Irreechi akka bara haaraatti fudhatama ykn kabajama. Fooliin birraa kan urgaa’u Irreecharraa kaaseeti. Kan ijoolleen gammadan, kan... Read more »

Masqala: Mootii ayyaanota Oromoo

Ayyaanota guguddoo Oromoon waggaa waggaadhaan baatii Fulbaanaa keessa kabaju keessaa Masqalliifi Irreechi kanneen eeramaniidha. Ayyaanni Masqalaa ykn Gubaan walakkeessa ji’a Fulbaanaatti kabajama. Masqalli Oromoo biratti mootii ayyaanaa jedhamuun beekama. Ayyaana masqalaa keessattuu... Read more »

Irreecha akka hambaa aadaafi seenaa Oromootti Dhugeeffamma Oromoofi falaasamasaa

Dubbistootaa, maxxansa keenya torbaniitiin mataduree kana jalatti seenaa cimaa isin subbisiisuun keenya ni yaadatama. Maxxnsa kanaanis waanuma isaan walabate isin dubbisiisna. Oromo ykn “Oro-MO” Hora ykn Ilma Kaam jechuudha. Seenaansaa kana ta’e,... Read more »

Kiijjoo (maroo): Nyaata Aadaa Oromoo

Aanaan Algee Saachii Aanolee Godina Iluu Abbaa Booraa keessaa tokko taatee magaalaa guddoo godinaa, Mattuurraa kaaba lixaatiin kiiloo meetira 54 irratti argamti. Akaakuuwwan midhaanii Aanaa Algee saachiitti irra jireessaan omishaman keessaa xaafii,... Read more »