
Finfinnee: Magaalaa Finfinneetti istaadiyeemii ammayyaa sadarkaasaa eeggate arguun nama baay’eef hawwii ta’ee waggoonni hedduu darbaniiru. Isa qofa osoo hintaane Istaadiyeemii Finfinnee tokkittii ala magaalattii keessa kan biraa jira jennee afaan guutuun dubbachuun... Read more »

Finfinnee: Konfedereeshiniin Kubbaa Miilaa Afrikaa “CAF” taphatoota Afrikaa liigii biyyaa keessatti taphatan jajabeessuuf jecha shaampiyoonaa kubbaa miilaa mataasaa danda’e biyyaa keessatti gaggeessu eddii jalqabee oolee buleera. Haata’u malee dhiheenya kana taphattoota liigii... Read more »
Finfinnee: Walmorkiin waancaa kubbaa miilaa dubartoota addunyaa umrii 17 gadi Sadaasa 2-21 ALA bara 2020 magaalota Hinditti adeemsifama. Yeroo 7faf kan qophaa’u waancaa dubartootaa kanarratti Ardiiwwan jahanirraa biyyoonni 16 ni hirmaatu jedhamee... Read more »

Finfinnee: Shaampiyoonaan kubbaa miilaa kilaboota liigii piriimeerii Itoophiyaa kan marsaa duraa torban shanaffaa har’aafi boru itti fufuudhaan istaadiyoomota naannolee adda addaatti gaggeeffama. Shaampiyoonichi kan adeemsifamu kilaboota naannolee Ummatoota Kibbaa, Oromiyaa, Amaaraa, Tigiraay,... Read more »

Finfinnee: Bu’uurri kubbaa miilaa biyyoota Afrikaa Bahaafi Giddugaleessa, waancaan kubbaa miilaa kan jalqabame ALA bara 1926 akka ture seanaan ni muldhisa. Edda jalqabamee Waggoota 93 lakkoofsisus sababiiwwan adda addaatiin yeroowwan 10f addaan... Read more »
Finfinnee: Shaampiyoonaan kubbaa miilaa kilaboota liigii piriimeerii Itoophiyaa kan marsaa duraa torban arfaffaa har’aafi boru itti fufuun adeemsifama. Akkaataa sagantaan federeeshina kubbaa miilaa Itoophiyaa baase mul’isutti Bulchinsi magaalaa Baahirdaar bulchinsa magaalaa Dirree... Read more »

Finfinnee: Oromiyaa Godina Gujii, Magaalaa Nageelleetti walmorkiin kubbaa miilaa Michummaa kilaboota waldaa Fayyaa bulchiinsa Magaalaa Nageelleefi Waldaa Fayyaa Amaanu’eel Dubbaalaa jidduutti adeemsifameera. Walmorkii michummaa dirree kubbaa miilaa Magaalaa Nageelleetti adeemsifame kanatti kilabni... Read more »

Finfinnee: Walmorkiin waancaa kubbaa miilaa Bahaafi Giddu Galeessa Afrikaa (‘’CECAFA’’)n waggaa waggaadhaan biyyoota miseensota Konfedereeshina kubbaa miilaa gidduutti gaggeeffama. Wal morkiin kun baranas gareewwan biyyoota 12 jidduutti ramaddii sadiin adda qoodamuudhaan Sadaasa... Read more »

Adaamaa: Biyya teenyatti yeroo dhihoodhaa as dhaabbilee leenjiiwwan ispoortii adda addaa keenaa jiran keessaa tokko kan ta’e Akkaadaamiin Leenjii Ispoortii Dargaggoota Itoophiyaa isa tokko. Akkaadaamichi bara 2006 irraa kaasee dargaggoota guddatoota umrii... Read more »

Finfinnee: Waancaan kubbaa miilaa dargaggoota guddatoota addunyaa waggaa lamatti al tokko biyyoota miseensota Waldaa Federeeshinii Kubbaa Miilaa biyyooleessaa “FIFA’’ jidduutti gaggeeffama. Walmorkiin kun baranas yeroo 18fa qopheessummaa Biraaziiliin gareewwan dargaggootaa guddattootaa biyyoota ... Read more »