Biyyoonni walakkaa irboo maahessaatiif darban beekaman

Fifinnee: Waxabajii 14 bara 2011 irraa kaasee biyyoota 24 jidduutti adeemsifamaa kan jiru walmorkii waancaa kubbaa miilaa Afrikaa 32fa xumuramuuf taphawwan lama qofatu isa hafa. Walmorkiiwwan hanga ammaatti adeemsifamanitti biyyoonni 20n sadarkaa... Read more »

Waancaa Kubbaa Miilaa Addunyaafi dubartoota Ameerikaa

Finfinnee: Ardiiwwan mararraa dubartoota addunyaa dirree tokkorratti walitti kan fiddu walmorkiin Waancaa Kubbaa Miilaa dubartoota Addunyaa bara 1991 Chaayinaa, Magaalaa Guwaandongitti jalqabame. Qopheessummaa Waldaa Kubbaa Miilaa Addunyaatiin kan gaggeeffamu walmorkiin waancaa kubbaa... Read more »

Dirreewwan ispoortii dirreewwan tokkummaati

Finfinnee: Sabootni, sablammootniifi ummattootni Itoophiyaa aadaa, seenaafi duudhaa addaddaa qaban garaagarummaa isaanii miidhagina, miidhagina isaanii ammo kabajanii tokkummaatiin waliin jiraachaa turaniiru; har’as jiraachaa jiru. Sirnoota darban keessa garuu eenyummaan sabootaafi sablammootaa cunqurfamaa... Read more »

Shaampiyoonaa kilaboota liigii piriimeerii Itoophiyaa

Finfinnee: Shaampiyoonaan kubbaa miilaa kilaboota liigii piriimeerii Itoophiyaa bara 2011 xumuramuf taphawwan lama qofatu hafa. Taphawwan hanga ammaatti adeemsifamanitti kilaboonni magaalaa Faasiiliifi Maqalee Sabaa Indartaa shaapiyoonummaaf kan wal argan ta’u. Akkasumas,  kilabni... Read more »

Biyyoonni tapha walakkaa maahessaaf darban beekaman

Finfinnee: Gareewwan kubbaa miilaa biyyoota 24 dirreewwan adda addaarratti falmisiisuuf haala miidhagaadhaan kan eegale walmorkiin waancaa kubbaa miilaa Afirikaa 32ffaan bifa miira jaalataa ispoortiifi xiyyeeffannoo miidiyaalee harkisuun magaalota Misiritti adeemsifamaa jira. Walmorkii... Read more »

“Rakkoo biyyoota ispoortii qaban bira hinjirretu Itoophiyaa keessa jira” -Doktar Abiyyi Ahimad

Finfinnee: Jeequmsiifi walitti bu’iinsi dirreen kubbaa miilaa Itoophiyaa irratti mul’atu yeroo gara yerootti dabalaa deemuun sadarkaa taphni liigii piriimiyerii Itoophiyaa addaan citu irra gaheera. Istaadiyoomiin dirree taphaa ta’uun hafee dirree siyaasaafi sabummaa... Read more »

Mil’uu waancaa kubbaa miilaa Afrikaa

Waancaan kubbaa miilaa Afrikaa akka jalqabamu koreen kubbaa miilaa Afrikaa  kan wayita ammaa Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa (CAF) jedhamuun kan hundeeffame  ALA bara 1957 ture. Koreen kun baruma sana walmorkiin waancaa kubbaa... Read more »

Waancaa Kubbaa Miilaa 32ffaa Misiriitti

Finfinnee: Guddina ispoortii kubbaa miilaa Afrikaaf bu’uura cimaa kan kaa’e walmorkiin waancaa kubbaa miilaa biyyoota Afrikaa ALA bara 1957 magaalaa guddoo Sudaan, Kaartumitti jalqabame. Walmorkiichis kan adeemsifame biyyoota yeroo sana miseensoota Konfedereeshinii... Read more »

Pirojekitoota atileetiksiif xiyyeeffaannaa barbaachisa

Sulultaa: Itoophiyaan addunyaarrattis ta’u Afrikaarratti walmorkiiwwan ispoortii hedduudhaan hirmaachaa turuunshee ni beekama. Dorgommiiwwan ispoortii kanneen keessaa hanga ammaatti qabxii olaanaa galmeessisaa kan jirtu atileetiksiidhaan. Aaadaan injifannoo ispoortii atileetiksii biyyattii kaleessa ture gara... Read more »

Itoophiyaan to’annoo doppingiirratti bu’aa boonsaa galmeessite

Finfinnee: Itoophiyaan qoricha humna namaaf kennu to’achuudhaan qabxii boonsaa galmesisaa akka jirtu ibsame. Diina ispoorteesitootaa kan ta’e qoricha humna namaa kennu (doping)  kanas manneen barnootaa keessatti akka akaakuu barumsaa tokkotti barsiisuuf yaaliin... Read more »