Itoophiyaafi atileetiksiin walittihidhamiinsa guddaa qabu. ispoortichi akka aadaashiittis fudhatamaa jira. Ijoolleenshii qaqqaaliin dirree dorgommii irratti hirmaatanirratti injifannoodhaan ummata gammachiisu. Nuti erga seensaaf hanga jennee waan ogeessi damee ispoortii atileetiksii keessatti maqaa gaariifi... Read more »
Finfinnee: Addunyaarratti ispoortii guddaan olompikiin adeemsifamuuf wayita dhihaatu Itoophiyaa keessatti walitti wacuun kan baratameedha. Filannoo atileetotaarraa kaasee hanga dhimmoota guguddoo bulchiinsaatti unkuruun kan beekamu koreen olompikii Itoophiyaa, Olompikii 33ffaa Paariis kan dhiheenya... Read more »
Finfinnee: Waggaa lamatti al tokko biyyoota adda addaatti kan gaggeeffamu shaampiyoonaan atileetiksii dargaggoota Addunyaa umrii 20 gadii kan baranaa magaalaa guddoo Peeruu, Liimaatti Kibxata darberraa kaasee adeemsifamaa ture har’a xumurama. Dargaggoonni addunyaa... Read more »
Finfinnee: Dorgommii Liigii Daayimandii meetira kuma sadii dheengadda magaalaa Luuzaan, Siwizarlaanditti adeemsifametti atileet Dirribee Waltajjii daqiiqaa 8:21.50n tokkoffaa ba’uun mo’atte. Riikardii bakkichaas fooyyessiteetti. Fiigicha meetira kuma 1500n kan beekamtu Dirribeen, yeroo dhihoodhaa... Read more »
Finfinnee: Waldaa Atileetiksii Addunyaatiin waggaa lamatti altokko biyyoota adda addaatti kan adeemsifamu Shaampiyoonaan Atileetiksii Dargaggoota Addunyaa umrii 20 gadii ALA bara 1986 Magaalaa guddoo Giriki, Ateensitti jalqabame. Shaapiyoonaan kun edda jalqabe waggoota... Read more »
Finfinnee: Mootummaan iddoowwan oolmaa ispoortii guddattootaa babal’isuudhaan leenjii qaamaa guutuu Itoophiyaatti diriirsuudhaan dhaloonni haaraan ofti yeroo boqonnaasaanii bakka hintaane akka hinoolle gochaa jira. Kanaafis ragaa kan ta’u Jiddugala Barumsaafi Leenjii Ispoortii Araat... Read more »
Finfinfnnee: Itoophiyaa dirreewwan Olompikiifi shaampiyoonaawwan atileetiksii addunyaarratti beeksisaa kan ture ispoortiin atileetiksii keenya bakka olaantummaasaa duraatti akka deebi’uuf rakkina jiru addaan baasuudhaan tarkaanfii hatattamaa fudhachuun akka barbaachisu Pirezidaantiin RFDI, Saahilawarqi Zawudee ibsan.... Read more »
Finfinnee: “Olompikii 32faa Tokiyaarraa kaasee rakkoowwan Federeeshinii Atileetiksii Itoophiyaafi Koree Olompikii Itoophiyaa jidduu jiru akka furamuuf watwaataa turrus waan deebii hinarganneef ispoortii atileetiksii keenya rakkina keessa galcheera jedha pirezidaantiin Waldaa Atileetota Oromiyaa... Read more »
Fifinnee: Olompikii 33ffaan Adoolessa 19 bara 2016 irraa kaasee Faransaayi, Paariisitti adeemsifamaa jiruufi Itoophiyaa gabatee sadarkaa meedaaliyaarraa fageesse boru xumurama. Itoophiyaan hanga kaleessaatti meedaaliyaa meetii lama qofa kan argatte yoo ta’u, meedaaliyaan... Read more »
Finfinnee: Olompikii 33ffaan Paariis erga jalqabamee guyyoota sagal yoo lakkoofsisu, Itoophiyaan akaakuuwwan ispoortii atileetiksiitiin dorgoommii kan jalqabde dheengadda. Dorgommii suksukii kiiloo meetira 20 dhiirota jidduutti dheengadda adeemsifameen atileet Misgaanaawu Waaqumaa sa’aatii 1:19.31n... Read more »