
Finfinnee: Fiigichi olaanaa dubartootaa Itoophiyaa fageenya kiiloo meetira shaniin Finfinneetti waggaa waggaadhaan taasifamu boru yeroo 22ffaaf akka adeemsifamu Waajjirri Fiigicha Guddichaa Itoophiyaa ibse. Hojjii gaggeessituun waajjirichaa Dubree Daagmaawit Amaaraa ibsa kaleessa Gaazexaa... Read more »

Finfinnee: Taajjabduu (Komishinara) Kubbaa Miilaa Naannoo Oromiyaa, akkasumas Pirezidaantii Waldaa Murteessitoota Naannoo Oromiyaa kan taate Geeraawarqi Katamaa Qormaata Komishinarummaa Idil Addunyaa (FIFA) darbuushee Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Oromiyaa ibse. Geeraawarqi Katamaa Naannoo Oromiyaaf... Read more »

Ispoortiin Aadaa bu’uura ispoortii ammayyaati. Ispoortiin ammayyaa Itoophiyaatti utuu hinjalqabin dura bal’inaan adeemsisamaa kan ture ispoortii aadaati. Ispoortiiwwan aadaa kanneen akka gulufa fardaa, wal’aansoo, korboo, kollee (Qillee), tapha saddeeqaafi kan kana fakkaataniidha.... Read more »

Waggaa lamatti al tokko kan qophaa’u walmorkiin geeba kubbaa miilaa dubartoota guddattoota addunyaa umrii 17 gadii ALA Onkololeessa 28 hanga Sadaasa 16 bara 2008 Niwuzlaanditti adeemsifame. Waggoota 17 kan lakkoofsise waldorgommichi waggoottan... Read more »

Finfinnee: Konfedereeshiniin Kubbaa Miilaa Afrikaa (CAF) Walmorkii Waancaa Kubbaa Miilaa dubartoota Afrikaa 16ffaa ALA bara 2025 magaalota Morookootti ni adeemsisa. Haaluma kanaan qabxiin isaa maxxansaaf nu qaqqabuu baatus Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa... Read more »

Itoophiyaatti waggoota dheeraaf akaakuuwwaan ispoortii adda addaa adeemsifamaa turaniiru. Ministeerri Aadaafi Ispoortii dargaggoota umrii adda addaatiin biyya bakka bu’anii dorgommiiwwan sadarkaa biyyoolessaatti adeemsifamanirratti hirmaatan calaluuf waggaa waggaan dorgommii madaallii pirojektii leenjii guddattoota... Read more »

Arbaa Minci: Ispoorteessitoota cicimmoo horachuufi ispoortii bu’uura hawaasummaa qabsiisuuf qooda fudhattoonni ga’ee irraa eegamu bahachuu qabu jedhame. Mataduree, “Guddina ispoortii biyya keenyaatiif ga’ee Akkaadaamiin ispoortii Itoophiyaa” jedhuun marii Arbaa Mincitti adeemsifame haasaan... Read more »

Naannoo Itoophiyaa Kibbaatti, Magaalaan Wallaayittaa Sooddoo sababii tapha guutuu guddaattoota Itoophiyaaf leenjistootaafi dursitoota gareetiin, komishinaroota ispoortiifi kennitoota murteetiin akkasumas qaamolee dhimmichi ilaallatuufi ispoorteessitoota kuma lamaafi 207 hirmaachaa turan guyyoota sagaliif keessummeessitee Roobii... Read more »

Dorgommiin Qaxxaamura Biyyooleessaa Jaan Meedaa erga jalqabee waggaa 41 lakkoofsiseera. Dorgommiin kun bara 1976 kan jalqabe yoo ta’u, utuu addaan hincitin waggaa waggaan adeemsifamaa jira. Wayita dorgimmichi jalqabe Itoophiyaa dabalatee biyyoonni ja’a,... Read more »

Oromiyaan atileetiksiidhaan meedaaliyaa 34n dursaa jira Walaayittaa Sooddoo: Qopheessummaa Ministeera Aadaafi Ispoortii RFDIn, keessummeessummaa Naannoo Itoophiyaa Kibbaa, Godina Walaayittaatiin Magaalaa Walaayittaa Soodootti dorgommiin madaallii pirojektii leenjii guddattoota guutuu Itoophiyaa adeemsifamaa jira. Sirna... Read more »