
Biyya kamuu keessatti tarsiimoofi tooftaa paartileen siyaasaa waliigaltee uumanii fedhii ummataa galmaan gahuu danda’an ilaalchisee hayyoonni addunyaa dubbii gugguddoo dubbachuun dhalootaaf dabarsan ka’umsa godhachuun barbaachisaadha. Akka hayyuun siyaasaa Kiristoofar Voos jedhutti, waliigalteen... Read more »

Itoophiyaan hirmaannaafi hariiroo biyyoota Afrikaafi addunyaa waliin qabdu qajeelchuuf ALA bara 2002tti imaammataafi tarsiimoo dhimmoota biyya alaafi nageenya biyyaalessaa hojiirra oolaa jiru qopheessuunshee kan yaadatamuudha. Ergasii as imaammataafi tarsiimoon dhimma alaa biyyattiin... Read more »

Yaada ka’umsaa Qabiyyeen lafa Mana Beenyaa naannoo Oromiyaa Godina Horroo Guduruu Wallaggaa, aanaa Guduruu keessatti kan argamuufi magaalaa Komboshaarraa 6km fagaatudha. Bal’inni lafa kanaa hektaara 764.5 yoo ta’u, ALI bara 1978 irraa... Read more »

Addunyaarratti hordoftoota amantii Islaamaa biratti jiini Ramadaanaa(Ramadaan Kaarem) caalaatti beekamaafi iddoo olaanaa kan qabuudha. Ramadaana keessa hordoftootni amantichaa marti barii lafaarraa kaasee hanga biiftuun lixxutti nyaataafi dhugaatii, akkasumas walqunnamtii saalaarraa of qabuun... Read more »

Haala kanaan dura seenaa keessatti takkaa hinbeekamneen Gadaan jibbaa faca’e saba barootaaf waldanda’ee gaddaafi gammachuu waliin hirmaachaa ture kan gaddisiise fakkaata. Hunduu mudannoo balaafamaa saboota gidduutti qaqqabuun wareegama qaalii lubbuufi qabeenya baasise... Read more »

Kutaa 2fa Dubbistoota keenya kutaan jalqabaa gaafdeebii gaazexeessaa Mohaammad Adamoo wajjin taasisne maxxansa keenya torbaniitiin dubbisiisuun keenya ni yaatama. Kutaan ittaanu kunooti. Bariisaa: OMN hundeessuu keessatti gaheen kee maal ture? Mohaammad: Yommuu... Read more »

Yeroo qabsoo Fincila Diddaa Gabrummaa (FDG) sana namoonni hedduun mormiin Oromoo xiyyeeffannaa addunyaa akka argatuuf gumaacha taasisaniiru. Keessumaa Oromoonni biyya alaa jiraatan gareenis ta’u dhuunfaadhaan haalaa mijateef hundaan dhimmichi gurra mootummootaa akka... Read more »

Sabni Oromoofi Beenishaangul Gumuz saboota malkaa tokko daakan, sabootaa gaddaafi gammachuu waliin hirmaatan, hawaasummaan walmakan, saba walfuudhanii ilmaan walirraa horatan jaarraa hedduu obbolummaan dabarsaniifi wajjummaan guddataniidha. Dhalattoonni naannolee lamaanii kunneen aadaan, duudhaan... Read more »
Boordiin filannoo biyyaalessaa hanga caasaa gadiitti qaama bilisaa ta’uusaa mirkaneessuuf fooyya’insa gochaa jiraachuu beeksise. Walittiqabduun boordichaa, Dubree Burtukaan Miidhagsaa akka jedhanitti, boordichi qaama bilisaa ta’uusaa hanga aanaatti mirkaneessuuf fooyya’insa seeraarratti xiyyeeffatamee hojjetamaa... Read more »
Babal’achuun saayinsiifi teknolojii guddina biyyaa qabatamaan mirkaneessuu keessatti akkuma utubaawwan murteessoo ta’an balaan saayinsiifi teknolojii kana sababa godhachuun dhufummoo kufaatii dinagdeetiif rakkoo hawaasummaa gara garaaf ka’umsa ta’ee mul’ata. Kun ta’us guddinni saayinsiifi... Read more »