Haalatti ammaan tana Afaan Oromoo barreeffamaa jirurratti yaada hayyuu

Afaan Oromoo eddii afaan barnootaafi hojii ta’ee waggoonni kurna lamaa ol lakkaa’amaniiru. Ta’us haala qubeessaa, hiikaafi moggaasa jechootaarratti miidyaalee dabalatee iddoowwan adda addaatti garaa garummaan tokko tokko ni mul’atu. Gaazexaan Bariisaas dhimma... Read more »

“Miidhaa Meeteek nurraan gaheen rakkoof saaxilamneerra” -Qeerroo Yaayyoo

Babal’achuun indastrii rakkoo hojidhabdummaa dargaggootaa furuun alatti guddina dinagdee biyyaa saffisiisuu keessatti shoora olaanaa taphata. Kun ta’us takka takkammoo ulaagaa seerri invastimantii kaa’u osoo hingunne  misoomawwan diriirfaman jiruufi jireenya lammiilee yaaddoo keessa... Read more »

Imala guyyoota 100 Qeerroo Shimallis

Obbo Shimallis Abdiisaa Pirezidaantii  Ittaanaa Oromiyaa ta’anii erga muudamanii  har’a guyyaa 100 guutan.  Guyyoota kannneen keessatti gama rakkoo nageenyaa furuutiin, lammiilee buqqa’an deebisuutiin, hariiroo obbolummaa naannolee waliin cimsuutiin, rakkoo dinagdee Oromiyaa furuutiin... Read more »

“Dhimma ilaalchaarratti xiyyeeffannaan hojjetamuu qaba” -Afyaa’ii Ittaanaa Mana Marii Finfinnee

Finfinneen kutaalee magaalaa 10fi aanaalee 16 caaseffamtee jirti. Magaalattiin Adoolessa 10 bara 2010 irraa eegalee kantiibaa ittaanaadhaan hogganamaa kan jirtu yoo ta’u, waggaa tokko kana keessatti gama siyaasaa, dinagdeefi hawaasummaatiin maaltu akka... Read more »

Oromiyaa baranaafi bara dhufuu

Caffeen Oromiyaa walga’iisaa idilee 10ffaa, waggaa arfaffaa, bara hojii shanaffaa Dilbataa hanga Kibxata darbeetti Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti taa’ee ture.  Caffichis turtiisaatiin gabaasa  raawwii  karoora  hojii bara 2011fi kallattii karoora bara 2012... Read more »

“Tokkummaan aarsaa guddaadhaan dhufe Oromoo harkaa bahuu hiqabu” -Guutuu Teessoo (PhD)

Torban har’aa Hayyoonni Oromoo kutaalee Oromiyaa hunda keessaa baba’aan kuma lama ta’an Adaamaa, Galma Abbaa Gadaatti walitti qabamaniiru. Namni baay’ina hayyoota kanaa arge kunneen iddoo irra jiranii bakka bu’anii kan dhufan yoo... Read more »

“Itoophiyaa beekumsa manca’aa kaleessaatiin hogganuun hindanda’amu” -Obbo Leencoo Baatii

Oromoon saba bal’aa jiraachuu Itoophiyaaf hundee ta’uun ga’ee leencaa taphachaa kan tureefi kan jiru ta’us takkaa dinagdeenis aangoonis caalee akka argamu ta’ee hinbeeku. Kun kan ta’eefis mootiin dhufee darbu hundi seenaaf eenyummaa... Read more »

Milkaa’inaafi bu’aa ba’ii raawwii hojii mootummaa

Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahimad Wiixata darbe raawwii hojii mootummaa bara bajataa 2011 Mana Marii Bakka Bu’oota Ummataaf dhiyeessaniiru. Akkasumas dhimmoota  xiyyeeffannoo gara fuulduraa ibsaniiru. Akkasaan jedhanitti, mootummaan bara 2011 dirree dimokiraasii... Read more »

Seeraan malee obsaan biyyi ijaaramte hinjirtu

Qajeelfamni olaanaan addunyaan kun ittiin gaggeeffamtu yoo jiraate seera kabajuudha. Kanaaf seerri hundaa oli jedhama. Kana jechuun ammoo namni barates hinbaratiinis, beekaan wallaalaan, xiqqaa guddaan, waliigalaan namni hunduu seeraa ol osoo hintaane... Read more »

Monoppolootaafi kaappitaalistoota farra hariiroo hawaasummaa

Waggoota sadan darban keessa Baha, Lixaafi Kibba Lixa biyyattiitti lammiileen Itoophiyaa miliyoona 1.4 ta’an qe’eefi qabeenya qabanirraa sababa walitti bu’iinsaan buqqaafamuusaanii Kaawunsiliin Naannawaa Gaanfa Afrikaa Noorwayi argannoo qorannoosaa ji’a Ebla keessa baranaa... Read more »