Yeroo qabsoo Fincila Diddaa Gabrummaa (FDG) sana namoonni hedduun mormiin Oromoo xiyyeeffannaa addunyaa akka argatuuf gumaacha taasisaniiru. Keessumaa Oromoonni biyya alaa jiraatan gareenis ta’u dhuunfaadhaan haalaa mijateef hundaan dhimmichi gurra mootummootaa akka... Read more »
Sabni Oromoofi Beenishaangul Gumuz saboota malkaa tokko daakan, sabootaa gaddaafi gammachuu waliin hirmaatan, hawaasummaan walmakan, saba walfuudhanii ilmaan walirraa horatan jaarraa hedduu obbolummaan dabarsaniifi wajjummaan guddataniidha. Dhalattoonni naannolee lamaanii kunneen aadaan, duudhaan... Read more »
Boordiin filannoo biyyaalessaa hanga caasaa gadiitti qaama bilisaa ta’uusaa mirkaneessuuf fooyya’insa gochaa jiraachuu beeksise. Walittiqabduun boordichaa, Dubree Burtukaan Miidhagsaa akka jedhanitti, boordichi qaama bilisaa ta’uusaa hanga aanaatti mirkaneessuuf fooyya’insa seeraarratti xiyyeeffatamee hojjetamaa... Read more »
Babal’achuun saayinsiifi teknolojii guddina biyyaa qabatamaan mirkaneessuu keessatti akkuma utubaawwan murteessoo ta’an balaan saayinsiifi teknolojii kana sababa godhachuun dhufummoo kufaatii dinagdeetiif rakkoo hawaasummaa gara garaaf ka’umsa ta’ee mul’ata. Kun ta’us guddinni saayinsiifi... Read more »
Durataa’aa Ittaanaan Paartii Kongirasii Federaalistii Oromoo (KFO) Obbo Baqqalaa Garbaa dhiheenya kana haasawa waa’ee afaaniirratti waltajji tokkorratti taasisanii turaniin qeeqamaa turaniiru. Akka isaan laguu afaanii labsanittis yaadonni garagaraa keessumaa feesbuukiirratti ka’aa turaniiru.... Read more »
“Ilaafi ilaamee milkaa’ina egereetiif”! ODPn Boqonnaa qabsoo seenaan yaadatu kamuu keessattuu loogummaafi cunqursaa taasifamaa ture keessatti gaaffiiwwan bu’uuraa ummata Oromoo deebisuuf paartii bu’aa ba’ii hedduu keessa cehee as gaheedha. Falmiin mirga siyaasaa,... Read more »
Dubbistoota keenya kutaa tokkoffaa gaafdeebii qabsooftuu mirga namaafi barreessituu Seenaa Jimjimoo wajjin taasisnee maxxansa torban darbeetiin dhiyeessuun keenya ni yaadatama. Maxxansa kanaan ammoo gaaffii irratti dhaabneef deebii Seenaan nuu kenniterraa ittifufnaa dubbisa... Read more »
Heerri Itoophiyaa bara 1987 ragga’ee hojiirra jirurratti keeyyata keeyyataan mariin irratti adeemsifameera. Qabxiilee sadarkaa wixineetti marii bal’aan irratti adeemsifaman keessaa keeyyanni 49 (5) isa tokko. Keeyyatichi, “Naannoo Oromiyaa dhiyeessii tajaajilaa ykn haala... Read more »
Lakkoofsi dhaabbilee barnoota olaaanaa ogummaa ijaarsaatiin leenjisaa jiran hedduun dhiyeessiiwwan yaaliitiin ala waan ta’eef hojii gochaarratti rakkoo qulqullinaa uumaa jiraachuu Daarektarri Abbaa Taayitaa Konistiraaksihinii Oromiyaa beeksise. Daarektarichi Doktar Masaay Daani’el ibsa Gaazexaa... Read more »
Harki barootaaf qotee midhaan gosee galaana fakkaatu galchee beela’aa beela baasuufi jiraachuu Itoophiyaatiif bu’uura ta’aa ture, dacheen maccaafi tuulamaa har’a of harkaa dhabee harka ilaaluutti yoo taa’u afaan nama qabachiisa. Oromoon kaleessa... Read more »