Maalummaafi faayidaa Waraqaa Eenyummaa Biyyaalessaa (Faayidaa)

Maalummaafi faayidaa Waraqaan Eenyummaa Biyyaalessaa qabu ilaachisuun gaafdeebii Sagantaa Waraqaa Eenyummaa Biyyaalessaatti, Ittigaafatamaa Kominikeeshiniifi Hariiroo Hawaasaa Obbo Abeenezar Fallaqaa waliin taasifne akka armaan gadiitti dhiyeessineera. Bariisaa: Itoophiyaatti hojiirra oolmaan Waraqaa Eenyummaa Biyyaalessaa... Read more »

 Iccitiiwwan milkaa’inaa damee qonnaa waggoota shanan darbanii

Misooma qamadii bonaatiin bara kana lafa hektaara miliyoona afur ta’u, misoomsuuf karoorfamee hanga ammaatti lafti hektaarri miliyoona 1.3 ta’u qotamee kan qophaa’e yemmuu ta’u, lafti hektaarri kuma 600 ta’u immoo faca’uu ragaan... Read more »

 Teknolojiitti dhimma bahuun addunyaa waliin tarkaanfachuun barbaachisaadha

Bu’a qabeessummaa dhaabbata tokkoo keessatti teknolojiin dhibbantaa 85 ol gahee qaba. Addunyaarratti hojiilee omishaa hojjetaman keessatti, akkasumas tajaajiloota manneen hojii mootummaafi dhuunfaan kennaman keessatti hammi teknolojii fayyadamuufi dhiibbaan teknolojii ariitii cimaadhaan dabalaa... Read more »

 “Kurmaanni tokkoffaan yeroo qophii ture yeroo hojii qabatamaan itti raawwatamu ta’eera” – Obbo Shimallis Abdiisaa

Mootummaan naannoo Oromiyaa gamaaggama raawwii hojii kurmaana tokkoffaa bara 2017 magaalaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti adeemsiseen gabaasa raawwii hojii paartiifi mootummaa dhiyaaterratti mari’achuun kallattiiwwan hojii gara fuulduraa kaa’eera. Oromiyaatti raawwii hojii kurmaana... Read more »

 “Qabiinsa ragaalee Mana Murtii Olaanaa Federaalaa ammayyeessuuf teknolojii diijitaalaa hojiirra oolchaa jirra” – Aadde Leellisee Dassaalany

Qabiinsi ragaalee mana murtii teknolojiin yoo deeggarameen alatti qulqullinaafi si’aayinaaf mijataa waan hintaaneef baroota dheeraaf ba’aa mana hojichaa ta’aa tureera. Kanamalees ragaaleen kanaan dura olkaa’amaa turan waraqaan yoo ta’u baduun, tajaajilaan ala... Read more »

 “Itoophiyaan Afrikaa bahaa keessaa bakka invastimantii mijataa ta’aa jirti” – Doktar Zallaqaa Tamasgeen

Waantota guddina dinagdee biyya tokkootiif murteessoo ta’an keessaa dameen invastimantii isa ijoodha. Invastimantiin biyya keessaas ta’e alaa fedhii omishaa guutuurra darbee galii argamsiisuufi carraa hojii bal’aa uumuun dinagdee biyyaa kallattiidhaan utuba. Akkasumas... Read more »

 Irreechaafi manneen nyaataa aadaa Oromoo

Oromoon yommuu keessummaan ittidhufu haala addaafi kabaja olaanaadhaan simata. Dhangaawwan addaddaa qopheessee, waan dhugamus itti dabaleetu jaalalaan nama isatti dhufu simata. Oromoon Magaalaa Finfinneefi Bishooftuu jiranis tibba kana akkanaan qophaa’anii keessummootasaanii simatanii... Read more »

 Mootummaan harka nagaaf diriirse har’as hindachaasu

Mootummaan Naannoo Oromiyaa yeroo adda addaatti garaagarummaa jiru dhiphisuun, rakkoo nageenyaa naannoo keenya mudate karaa nagaan hiikuun nageenyaafi misooma ummata Oromoo guutuummatti deebisuuf qaamolee hidhatanii socho’aniif waamicha walirraa hincinne taasisuufi yaaliiwwan marii... Read more »

 Irreecha durii hanga ammaatti

Irreechi aadaa galateeffannaati. Galata waaqaaf galchuudha. Ummatni Oromoo aadaa jaarraa dheeraaf sirna gadaa keessatti kuufate qaba. Aadaan immoo muuxannoofi yaadota baroota dheeraa keessaa dhala namaatiin darbaa dabarsaan gara dhalootatti dhufuudha. Aadaan Oromoo... Read more »

 Oromiyaa gandaan, gandaafi bu’aa qabsoo ummataa

Seenduubee Gurmaa’insa Caasaa Gandaa Itoophiyaatti hundeeffamni Ganda Baadiyyaa bara 1967 humnoota siyaasaa bitaatiin kan jalqabameedha. Gandoonni Baadiyyaa amma jiran irra caalaan hundaa’anii caasaa mootummaa isa gadii kan ta’an yeroo kanatti. Haata’u malee,... Read more »