
Daa’imman sababoota gara garaatiin umrii mana barnootaa seenuu qabanirraa yommuu harkifatan mul’ata. Rakkoon kun keessumaa baadiyyaatti kan hammaatu yoo ta’u, ogeessonni damichaas sababoota ijoo hanqina dinagdeetiin maatiin barsiisuu dadhabuufi hojiif dursa kennuurraa... Read more »

Manni Barumsaa Ifa Salaalee Sadarkaa 2fa Godina Shawaa Kaabaa, Aanaa Waacaalee, Ganda Bosoqqee Jaatiitti kan argamu yoo ta’u, deggarsa Waajjira Giiftii Dureetiin yeroo gabaabaa keessatti ijaaramee xumuramuun torban darban kana keessa eebbifameera.... Read more »

Qabeenya biyyattiin qabdu murtaawaa waan ta’eef sirnaan akka hojiirra ooluuf mootummaan dameewwan hannaafi saamichaaf saaxilamuu malan adda baasuun irratti hojjechaa turuun beekama. Kanneen keessaa tokko qabiyyee lafaa yoo ta’u, sirnaan fayyadamummaan lammiilee... Read more »

Hospitaalli Riifaraalaa Yunivarsitii Wallaggaa Biiroo Eegumsa Fayyaa Oromiyaatiin kan ijaarame yoo ta’u, tajaajila wal’aansaa kennuu erga jalqabee waggoota sadii lakkoofsiseera. Ijaarsi hospitaalichaa waggoota sagalii oliif lafarra kan harkifate yoo ta’u, erga xumuramee... Read more »

Du’a sirna bulguu Minilik booda aangoo kan qabate Lij Iyyaasuun Oromoodha. Masaraa Minilik galee gaaffii Oromoo deebisa jedhamee yaadamus raacitii Minilikiin waan ijaarameef hamilee habashootaatiin machaa’ee turtii waggoota muraasaa booda du’a gadhee... Read more »

Dhalli namaa humna uumamaan qabuu olitti anniisaa biraa dabalachuuf karaawwan adda addaatiin qoricha humna kennu fudhachuu edda jalqabee oolee buleera. Biyyoonni tokko tokko humna raayyaa ittisaasaanii jabeessuuf jecha eddii hojiira oolchuu eegalanii... Read more »
Bara tokko Gadaa beelaatu qamalee lagaatti bu’e. Beelli bu’e sun daran hammaataa waan tureef kan qamalee jedhame marti olii gadi socho’uun ooyruu namaatiif gola seenuun waan argatte buttee fiigdi. Akka tasaa namtichi... Read more »

Chaayinaan biyya addunyaarraa guddina dinagdeetiin sadarkaa lammaffaarratti argamtuudha. Qorannoo yeroo dhihootiin biyyattiin baay’ina ummataa biliyoona 1.4 ol kan qabduu yoo taatu qabiyyee lafaatiinis biyya addunyaarraa sadarkaa sadaffaarra jirtuudha. Biyyoonni addunyaa heddu baay’inni... Read more »

Dubbistootaa, maxxansa keenya torbee darbeetiin gaafdeebii bal’aa Ambaasaaddar Daggifee Bulaa wajjin taasisne fuula Keessummaa Bariisaarratti isin dubbisiisuu eegallee irraa bulfachuun keenya ni yaadatama. Kutaan bule, kutaa 2fafi xumurrisaas kunootii dubbisa gaarii. Bariisaa:... Read more »

Biyya kamuu keessatti sadarkaa hundatti nageenya eegsisuun akka filannootti kan dhiyaatu osoo hintaane akka dirqamaatti kan fudhatamuudha. Jaarraan amma keessa jirru kunis garaagarummaa ilaalcha yaadaa, aadaa, seenaafi afaanii qabnu waliif kabajuun mari’annee... Read more »