Du’a sirna bulguu Minilik booda aangoo kan qabate Lij Iyyaasuun Oromoodha. Masaraa Minilik galee gaaffii Oromoo deebisa jedhamee yaadamus raacitii Minilikiin waan ijaarameef hamilee habashootaatiin machaa’ee turtii waggoota muraasaa booda du’a gadhee... Read more »
Dhalli namaa humna uumamaan qabuu olitti anniisaa biraa dabalachuuf karaawwan adda addaatiin qoricha humna kennu fudhachuu edda jalqabee oolee buleera. Biyyoonni tokko tokko humna raayyaa ittisaasaanii jabeessuuf jecha eddii hojiira oolchuu eegalanii... Read more »
Bara tokko Gadaa beelaatu qamalee lagaatti bu’e. Beelli bu’e sun daran hammaataa waan tureef kan qamalee jedhame marti olii gadi socho’uun ooyruu namaatiif gola seenuun waan argatte buttee fiigdi. Akka tasaa namtichi... Read more »
Chaayinaan biyya addunyaarraa guddina dinagdeetiin sadarkaa lammaffaarratti argamtuudha. Qorannoo yeroo dhihootiin biyyattiin baay’ina ummataa biliyoona 1.4 ol kan qabduu yoo taatu qabiyyee lafaatiinis biyya addunyaarraa sadarkaa sadaffaarra jirtuudha. Biyyoonni addunyaa heddu baay’inni... Read more »
Dubbistootaa, maxxansa keenya torbee darbeetiin gaafdeebii bal’aa Ambaasaaddar Daggifee Bulaa wajjin taasisne fuula Keessummaa Bariisaarratti isin dubbisiisuu eegallee irraa bulfachuun keenya ni yaadatama. Kutaan bule, kutaa 2fafi xumurrisaas kunootii dubbisa gaarii. Bariisaa:... Read more »
Biyya kamuu keessatti sadarkaa hundatti nageenya eegsisuun akka filannootti kan dhiyaatu osoo hintaane akka dirqamaatti kan fudhatamuudha. Jaarraan amma keessa jirru kunis garaagarummaa ilaalcha yaadaa, aadaa, seenaafi afaanii qabnu waliif kabajuun mari’annee... Read more »
Itoophiyaan biyya sabootaafi sablammoota hedduu afaan, aadaa, duudhaafi seenaa garagaraa qabanirraa kan ijaaramte yoo taatu, isaan keessaa ummatni Oromoofi Amaaraa dhibbantaa 62 qabatu. Ummattootni lameenuu jaarraawwan danuuf saboota biroo waliin karaa nagaafi... Read more »
Barnoonni teeknikaafi ogummaa bara 1940 keessa Itoophiyaatti biqiluu kan eegale yoo ta’u, warraaqsa qonnarraa gara indastiriitti taasifamu milkeessuufi dinagdee biyyaa saffisiisuu keessatti qooda guddaa qaba. Dameen kun miira ofitti amanamummaa lammiileetti horuurra... Read more »
Pirofeesar Kuwee Kumsaa gaazexeessituu, qabsooftuu mirga namaafi barsiistuudha. Haadha warraa qabsaa’aa mirga Oromoofi hayyuu siyaasaa, Jaal Leencoo Lataa kan ta’an Pirofeesar Kuween waggoota 29 booda dhiyeenya kana gara biyyaatti deebi’aniiru. Gaafdeebiin isaan... Read more »
Abbummaan aangoo ummata Itoophiyaa akkasumas qabsoo dhugaa birmadummaa seeraatiif waggoota dheeraaf taasifameen miidhaawwan bulchiinsaa lammiileerratti maal na dhibdeedhaan raawwataman sirreessuuf hojmaata si’aayaa diriirsuun dhimma yeroon gaafatu waan ta’eef Dhaabbanni Abbagaar (‘Ombudsman’) labsiidhaan... Read more »