Firiiwwan miila duwwaa yaadannoo waggaa 60fa

Tashoomaa Qadiidaatiin Federeeshiniin Atileetiksii Itoophiyaa  yaadannoo waggaa  60fa Irreessaa Abbabaa Biqilaa olompikii Roomaa, Xaaliyaanitti injifateefi olompikii Meelboorni hanga Riyootti atileetota mo’atan yaadachuuf  jecha Muddee 3-5 bara 2013tti sirnoota adda addaatiin kabajee ooleera.... Read more »

Boolli Sadaamiifi Gaadaafii nyaate Juuntota ABUT dabalatinnaa?!

Waasihun Takileetiin Aanga’oonni Afrikaa hedduun aangoo akka lubbuutti waan jaalataniif aangoosaanii filannoofi karaa nagaatiin dabarsuurra ciniinnatanii lolaa, umrii aangoosaanii dheereffachuuf carraaquurratti adda dureedha. Anga’oonni hedduu umriisaanii guutuu aangoorra turuu akkasumas dullumni yoo... Read more »

“Kanaan booda namni sababa eenyummaasaatiin qalamuuf kaadhimamu hinjiru” -Doktar Biqilaa Hurrisaa

Takkaalliny Gabayyootiin Haleellaa murni badii raayyaa ittisa biyyaarratti raawwate qolachuuf tarkaanfii mootummaan federaalaa fudhachaa jiruun injifannoo guddaa galmeessisuun danda’ameera. Wayita ammaas garee juuntichaa adamsuun akkuma ittifufetti kan jiru yoo ta’u, gochoota yakkaa... Read more »

Dhimma hidha guddichaarratti Birgaadeer Jeneraal Kaasaayee Camadaa maal jedhu?

Gaazexaan Bariisaa Birgaader Jeneraal Kaasaayee Camadaa wajjin dhimma hidha guddichaarratti turtii taasisee ture. Isaanis of beeksisuudhaani gara gaafdeebiitti kan seenan. Ani Birgaadeer Jeneraal Kaasaayee Camadaan jedhama. Har’a waraana booda gara Waaqayyootti deebi’ee... Read more »

Eenyuuf sagannu laata?

Dur dur qaalluu guddaa itti sagadantu ture jedhama, biitti hundi gamaa gamanaa walitti dhufee ittisagadaa ture, qaalluu kana jala cabaan hedduu hundaa’eera. Cabaa jechuun dameelee (caasaalee dabalataa) qaalluu guddaa sana jala jiran ... Read more »

Daandii Barraaq gaariif bahanii, aarii

Dhiheenya kana gumaacha ittisa dhibee koronaatiif ani gaazexessaa Suleymaan Ahmad Dhaabbata mitmootummaa Intarnaashinaal Imaajiin waan deey jedhamu waliin gara Godina Baalee imallee turre. Warri Imaajin  irra deddeebiin hojiif garasitti imalaa turan.  Anatu... Read more »

Adeemsa hiika heeraa kennuu

Ka’umsa Heerri seeraa olaanaa biyyi tokko ittiin bultuufi lammiileen biyyattii marti karaa nagayaan waliin jiraachuufi misoomuuf sanada waliigaltee waliif mallatteessaniidha. Adeemsi hiika heeraa kennuu akkamiin fi eenyuun raawwata ia jedhurratti ragaa guutuu... Read more »

“Daandiin Xiyyaara Itoophiyaa Waadaa keenya nyaateera” Jiraattota Aanaa Gumbichuu

Balaa xiyyaaraa Booyingi 737 Max 8 waggaa darbe Finfinneerraa gara Keeniyaatti imalaa turerratti qaqqabeen lubbuun namoota 157 darbuun kan yaadatamu yoo ta’u, Itoophiyaanota biratti guyyaa gaddi cimaa itti keessummaa’e ture. Gaddi qaqqabe... Read more »

Dorgommii siyaasaa fayyaalessa uumuu wayya

Adeemsaafi jijjiirama siyaasa Itoophiyaa il¬aalchisee xinxaltootni hawaasdinagdeefi si¬yaasaa, akkasumas hayyootni dippilomaasii yaaduma walfakkaataa dhiyeessuurratti ar¬gamu. Kanaanis biyyattiin walitti bu’iinsota eenyummaarratti xiyyeeffatan ittisuutiin, yaaddoowwan jireenyaa hir’isuun, dorgom¬mii siyaasaa fayyaalessa ta’e babal’isuufi tasgabbii uumuutiin... Read more »

Fari’ononni har’as Museen akka jiru dagachuu hinqaban

Dhalli namaa jiraachuuf jecha qabeenya uumamaan badhaafametti fayyadamee jiruufi jireenyasaa gaggeeffata. Qabeenyi uumamaa kun kan namni nama badhaasu osoo hintaane horata ganamuma uumaan namaaf arjoomeefi heeraan namaaf daanga’ee taa’edha. Kanaanis hawaasni idiladdunyaa... Read more »