Waasihun Takileetiin Lakkoofsaan baay’achuun sabaafi sablammoota Itoophiyaa humnoota federaalizmii sabdaneessaatti amananiif miidhaginaafi tokkummaa dhugaa ta’ee kan tajaajilu yoo ta’u, humnoota sirna cunqursaafi ukkaamsaa mootummaa tokkeef immoo farra tokkummaa bittinneessuu ta’ee mul’ata. Ijaarama... Read more »
Natsaannat Taaddasaatiin Miidhamummaan qaamaa yeroo kamuu bakka kamittuu nama kamirrayyuu ga’uu danda’a. Miidhamtoonni qaamaa sammuufi dandeettiisaaniitiin malee hir’ina qaamaasaaniitiin madaalamuu hinqaban. Kanneen deggarsa addaa barbaadaniifi ammoo deggarsa taasisuufi seerota, labsiiwwaniifi qajeelfamoota miidhamtoota... Read more »
Waasihun Takileetiin Itoophiyaa Itoophiyaa kan taasise gurmuu ida’ama sabaafi sablammiilee biyyattii keessa jiraataniifi aadaa, duudhaa, safuufi afaan gara garaa qabaniifi dubbataniiti. Sabaaf sablammiileen biyyattii 83 ta’an kunneen garaagarummaa eenyummaa qabaatanis ijaarama tokkummaa... Read more »
Charinnat Hundeessaatiin Dubbistootaa, gaafdeebii ittigaafatamaa ittaanaa sabqunnamtiifi ittigaafatamaa damee miidiyaalee ABO, Obbo Sintaayyoo (Bareentuu Gadaa wajjin taasisne kutaa 1fasaa maxxansa keenya torbee har’aatiin isin dubbisiisuun keenya ni yaadatama. Kutaan ittaanuufi dhumnisaas kunooti.... Read more »
Saamraawiit Girmaatiin Doktar Kaanaan Ambaalam lammii Indiyaati. Yunvarsitii Wallaggaa, Muummee ‘Public Administration and Development Management’tiitti pirofesara gargaaraa yoo ta’an ALA bara 2009 irraa eegalee hojii barsiisummaa Kaampaasii Naqamteetti eegalan. Turtiisaanii waggoota 12n... Read more »
Natsaannat Taaddasaatiin Gargaaraa Pirofesaraa Buzaayyoo Daggaffaa ibsa haala yeroo irratti dhiyeenya kana Gaazexaa Bariisaaf kennaniin akka jedhanitti, waanti hundinuu ka’umsa qaba. Dhimmi olaantummaa seeraa murna ABUT irratti kabajchiisuu akkamitti akka eegaleefi adeemsa... Read more »
Waasihun Takileetiin Itoophiyaan biyya sabootaafi sablammiileen 83 waldanda’uun keessa jiraatan yoo taatu, jaarraa tokkoofi walakkaa oliif eenyummaa sabootaafi sablammoota kanneenii ukkaamsaa turteedha. Sirnoonni Itoophiyaan keessumeessite fiiwudaalizmiifi sooshaalizmiin sabootaafi sablammoota Itoophiyaaf bara qorqalbiin... Read more »
Bayyanaa Ibraahimiin Shuumiin Itaamaajoorii Humnoota Waraanaa Mootummaa RFDI, Jeneraal Birhaanuu Juulaa tarkaanfii kabachiisa seeraa murna ABUT irratti fudhatameefi dhimmoota wayitaawoo adda addaarratti tibbana OBNf ibsa kennaniiru. Nutis ibsa isaan kennan akka itaanutti... Read more »
Natsaannat Taaddasaatiin Oromiyaan haala teessuma lafaafi qilleensaa mijataa waan qabduuf hojiilee invastimantii kamiifiyyuu filatamtuudha. Haata’u malee sababoota garaa garaatiin carraa kanatti guutummaatti waan hinfayyadamneef bu’aa barbaachisu damee hojii kana irraa argachaa hinture;... Read more »
Waasihun Takileetiin Hundeeffama mootummaa haaromsaa Itoophiyaatiin walqabatee waggoota lamaa oliif rakkoon nageenyaa qaqqabaa ture kumaatama qe’eefi qabeenyarraa buqqiseera, kumaatamni wareegama lubbuu kaffalaniiru, kaanimmoo yaaddoo nageenyaatiin raafama hamaa keessa seenaniiru. Rakkoo kanaan walqabatee... Read more »