Mohaammad Kamaal Al Arusii, Hidha Guddichaafi Siyaasa

Waasihun Takileetiin Ijaarsi Hidha Haaromsa Guddicha Itoophiyaa, Abbayyaa qabeenyaaf beekumsa lammiilee Itoophiyaan tokko jedhee jalqabe Itoophiyaanotaaf abdii jijjiiramaafi guddinaa kan hore yoo ta’u, biyyoota qeeqa kaasaniifimmoo mataa dhukkubbii cimaa itti ta’eera. Yaadota... Read more »

Yunivarsitii Saayinsii Fayyaafi Wal’ansa Haramaayaa, barattoota omishaa hawaasa tajaajila

Tashoomaa Qadiidaatiin Humni nama baratee carraa misoomaafi guddina biyya tokkoo kan murteessuu, akkasumas biyya boodatti hafuummaafi hiyyummaa  keessaa kan baasu ta’uun isaa dhugaa ifa jirudha. Kanaaf barnoota ga’umsa qabu roga rogaan babal’isuun... Read more »

Qaamota sadeen jijjiirama barnootaatiif dhamaan dhama’an

 Torban dabre waa’ee dhimma eebba manneen barumsaa Godina Baalee, Aanaa Harannaa Bulluq Bakkaayeefi Bulluq Dhaabbanni Imaajin Waan Deey ijaaree eebbaaf qopheessee isin dubbisiisuun keenya ni yaadatama. Maxxansa kanaan ammoo taateewwan guutuu guyyaa... Read more »

Qaamota sadeen jijjiirama barnootaatiif dhamaan dhamana’an

Kutaa 1fa Gurraandhala 2 bara 2013 guyyaa Kibxataa ganama Godina Baalee, Aanaa gammoojii Harannaa Bulluq, Ganda baadiyyaa Bakkaayeefi Bulluqitti abdii kaleessaatu hardha dhugoome. Manneen barnootaa kaleessa hawaasni humnasaatiin waan naannawasaa jiruun ijaarrate... Read more »

Gahee fardeen Oromoo seenaa qabsoo keessatti qaban

Takkaalliny Gabayyootiin Biyya Itoophiyaa kana keessatti ummatni Oromoo, ummata bal’aa, obsaafi hunda hammataa akka ta’e Addunyaatu dhugaa baha. Itoophiyaa gama ijaaruutiin kan har’aan geessises ummatuma kana. Seenaa qabsoo hedduu darbe keessattis  lafeesaa... Read more »

Obbo Argaawu Ayyaalewu: Nama baqattummaa deebi’anii baqatummaa hir’isuuf hojjachaa jiran

  Waasihun Takileetiin  Ameerikaan biyyoota dureeyyii addunyaa kanarratti maqaa qaban keessaa ishee tokko. Ameerikaa kan jijjiire hojjiidha malee ardii jannatarraa  cittee lafa buute miti. Badhaadina biyya kanaa ilaalanii akka ardii jannataattti kan... Read more »

Yeroon itti seermaleessummaa Finfinnee keessaa seera qabsiisan amma

Takkaalliny Gabayyootiin Magaalaan Finfinnee erga hundooftee waggoota 132 ta’uyyuu misoomniifi guddinnishii umrii qabdu waliin kan walgitu miti. Kanaaf ammoo sirni mootummoota darbanii dhiibbaa garagaraa geessisaa turaniyyuu qabeenyi ummataa, keessumaa ammoo lafti seeraan... Read more »

Injifannoo Adwaa: Mallattoo ulfinaafi bilisummaa dhala namaa

Adeemsa saamichaafi qoqqoodannaa dachii Afrikaa (Scramble for Africa) warra Awuroppaatiin eegalametti gara boodeerratti barfattee kan makamte, biyyi Xaaliyaan ALA bara 1869 kara kaampaanii Rubaantiinoo jedhamuun iddoo buufata doonii Asab qabachuun gara dachii... Read more »

Pirofesar Mahaadii Hamiid Muudee (Abbaa Bariisaa) bara 1942-2013tti

Mahaadii Haamiid Muudee abbaasaanii Haajii Haamiid Muudee Urgeefi haadhasaanii Hamiidaa Aammad Qallaarraa, Amajjii 24 bara 1942 Oromiyaa Baha, Godina Harargee Bahaa Magaalaa Cirootti dhalatan. Mahaadiin guddina afaansaa, Afaan Oromootiif tattaafachuu kan jalqabe... Read more »

“Dhimmi lafa mana jireenyaa barsiisotaa dhibaa’ummaa hoggansa sadarkaa gadiitiin harkifate” -Obbo Waaqwayyaa Toleeraa

Charinnat Hundeessaatiin Biyya keenyatti dameelee ogummaa xiyyeeffannaa guddaa argachuu qaban keessaa tokko barsiisummaadha. Ogummaan bu’uura ogummaawwan waa hundaa waan ta’eef gama maraan xiyyeeffannaa hundaa argachuu qaba. Dhimmuma xiyyeeffannaan kanaan kan walqabatu ayyaanni... Read more »