Saamraawiit Girmaatiin Wiixata iftaanii Itoophiyaatti taatee seenaqabeessa waggaa shanitti al tokko dhufutu raawwatamuuf eegamaa jira. Taateen kunis filannoo marsaa ja’affaa yoo ta’u bardheengaddaa adeemsifamuuf yaadamee sababa weerara vaayirasii koronaatiin baranatti ce’eera. Filannoon... Read more »
Artisti Fayyisaa Furii wellee haaraa daran lafee cabsee seenu tokko tibbana gadhiisee ture,welleensaa kun “Qondaala” kan jedhu yoo ta’u, haala yeroo biyya keenyaaf barnoota, dhiibbaa alaa uumamaa jiruufis xurree tokkummaa qobqobbicha ittiin... Read more »
Gaafa dharri humnaan ykn karaa hinmalleen iddoo dhugaa qabatu, gaafa sobni sagalee olkaafattee haqni afaan qabamte, yeroo abbaan haqaa qaanfatee inni dabaa ulee murtii harkatti galfate gaafa cinqii isa dirqii. Addunyaa irra... Read more »
Hogganaan hoggansa duubaa dhufu hinhoranne hogganaa hinjedhamu. Dhalootni dhaloota boodaa dhufu hinhorannes dhaloota biyyaaf yaadu jechuun hindanda’amu. Rakkoolee hiyyummaafi boodatti hafummaa kamiyyuu furuu barbaannaan hunda caalaa dhaloota abdii egeree ta’an irratti hojjechuutu... Read more »
Salaale goota qofa miti, haadhas biqilchiteetti. Haadha ijoollee miliyoonotaa kan ta’an Doktarri Kabajaa Abbabach Goobanaa, bara 1938 Shawaa Kaabaa, Salaalee bakka Shabal jedhamutti abbaasaanii Obbo Goobanaa Heeyyiifi haadhasaanii Aadde Wasanee Birruurraa dhalatan.... Read more »
Addunyaa kanarratti wanti ni ta’a jedhamee hin yaadmne hedduutu ta’aa jira. Mee nanmi dhukkubni afuraan daddarbuu addunyaa guutuu waliinga’ee akkanatti nama galaafata, namni addunyaarraa ammoo haala kanaan afaaniifi funyaan aguuggatee deema jedhee... Read more »
Mariin idilee Waajjira Pirezidantii Mootummaa Naannoo Oromiyaatiin geggeeffamu, kan “Gumii-Balal” jedhamee moggaafame, har’a marsaa lammaffaaf geggeeffameera. Mata dureen marii har’aa: “ Sona Filannoo Dimokiraatawaafi Nageenya” jedha. Yaada ka’umsa marii kanaa kan dhiyeessan... Read more »
Kutaa 3fa Dhiibbaaleen amantii yeroo dheeraa sun akka wiirtuuleen Gadaa Oromoo handhuura Oromiyaa har’aa irraa suuta suutaan gara Odaa Roobaatti socho’u taasiseera. Adeemsa sana keessatti hawaasni Oromoo hundi gara Odaa Roobaafi boodas... Read more »
Waasihun Takileetiin Rakkoo nageenyaa kutaalee Itoophiyaa gara garaa keessatti darbee darbee mudachaa jiruun lakkoofsi namoota ajjeefamanii, qabeenyi barbadaahuufi namoonni qe’eef qabeenyarraa buqqa’aa jiranii yeroorraa yerootti dabalaa hammaachaa deemaa jira. Hammaachuun rakkoo nageenyaa... Read more »
Waasihun Takileetiin Ijaarsa sirna bulchiinsa federaalawaa keessatti naannooleen mirga ofiin of bulchuu, mirga qabeenyasaaniirrati ajajuu, mirga abbaa biyyummaafi mirga poolisii akkasumas humna addaa mataasaanii horachuu akka danda’an heerri mootummaa ni labsa. Bu’uuruma... Read more »