Waggaa tokkoofi ji’oota torba dura gaafa Chaayinaa Wuhaanitti vaayirasiin Koronaa argame biyyoonni baay’een akkuma waan achitti hafuutti ilaaluun hangas mara xiyyeeffannaa itti hinkennine. Chaayinaan garuu, bakkeewwan tajaajiloonni itti kennamu mara cuftee ummannishee... Read more »
Obbo Damillawu Taaddalaa Ameerikaa, Kaaliforniyaarraa dhufan. Waggoota 13f Ameerikaa kan jiraatan yoo ta’u, Pirezidaantii jaarmiyaa ‘Giloobaal Diyaaspooraa Sosaayitii’fi barreessaa Jila Nageenyaa Diyaaspooraa Ameerikaati. Dhalataa Oromiyaa, Shawaa Lixaa kan ta’an Obbo Damillawu miseensota... Read more »
Samraawiit Girmaatiin Pirezdaantiin Oromiyaa Shimallis Abdiisaa yaa’ii Caffee tibbanaarratti karoora bara 2014 dhiheessanii keessaa akka maxxansaaf tolutti akka armaan gadiitti qindaa’eera. Imala biyyittiin qabatte tarkaanfachuuf yaalaa jirtu karaarratti hambisuuf keessaafi alaan dhiibbaawwan... Read more »
Natsaannat Taaddasaatiin Kanaan dura lafa qonnaan bultoota magaalaa Finfinneefi naannawaashee malee qonnaan bulaaf xiyyeeffannaan kennamaa hinture. Lafti qonnaan bultoota kunneen maqaa misoomaafi invasimantiitiin seeraan ala saamamaafi qarshii laficha hinmadaalleen irraa fudhatamaa ture.... Read more »
Kutaa qophiitiin Hojii tola ooltummaatiin daran beekaman Doktarri Kabajaa Abbabach Goobanaa guyyoota 15 dura koviid-19n qabamanii Hospitaala Phaawuloositti kutaa namoonni dhukkubni itticimetti wal’aansi taasifamaafii turee halkan edaa addunyaa kanarraa du’aan boqotan. Salaale... Read more »
Charinnat Hundeessaa Salaaleetti dhalatan. Gostisaanii Yaayyaa Gullalleedha. Maanguddoo umrii 93ti. Yeroo Xaaliyaaniin lammata Itoophiyaa weerarte gara Finfinnee dhufan. Akkawoosaaniitu isaan guddise; Maanguddoo Giddeelloo Hirphee Didhaa. Dargaggummaasaaniitti waanti isaan hinhojjenne hinjiru. Akka moggaasa... Read more »
Natsaannat Taaddasaatiin Sirnoota darban keessa qonnaan bultoonni Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinnee sababa babal’ina magaalaafi invastimantiitiin lafasaaniirraa buqqa’aafi dhiibamaa turaniiru. Haallitti magaalaan Finfinnee babal’attes sirna qonnaan bultoota buqqa’an deebisanii dhaabuu kan hinhordofne... Read more »
Yeroo hedduuf qonnaan bulaashee sababa maqaa misoomaa jedhuun ofirratti nyaachaa kan turte Finfinneen, har’a immoo gaabbitee sadarkaa qonnaan bulaa sana nyaachisuu irra gahuu sochii qabatamaa yeroo ammaa magaalattiin keessa jirtu irraa hubachuun... Read more »
Charinnat Hundeessaatiin Itoophiyaafi ummannishii Wixata dhufu cidha guddaa tokko qabu, cidha filannoo egereesaanii murteessu. Yeroo filannoo kanatti dhimmoota biyyootaaf bowwoo ta’an keessaa tokko waa’ee odeeffannoo sobaati. Kanaan walqabatee odeeffannoowwan sobaa bal’inaan tamsa’uu... Read more »
Bayyanaa Ibraahimiin Finfinnee: Qonnaan bulaan Oromoo Funyaan Finfinnee jala taa’ee bishaan qulqulluu dheebotaa turuun seenaa waggoota muraasaati. Magaalaa Guddittii naannoofi biyyaa, darbees teessoo Gamtaa Afrikaa taateefi magaalota teessuu waajjiraalee Mootummoota Gamtoomanii ta’an... Read more »