Irreechi Irreedha! – Ergaa MM Abiyyi Ayyaana Irreechaa sababeefachuun dabarsan

Oromoon duudhaalee nagaa, araara, jaalaalaafi obbolummaa ijaaran hedduudhaan ummata badhaadhe. Ayyaanni Irreechaas duudhalee kanaan kan guutamedha. Ummatni Oromoo Irreecha kunuunsee Itoophiyaanota dhaalchisuu isaatiif kabajatu isaaf mala. Itoophiyaanonni martinuu baga guyyaa kabaja ayyaana... Read more »

“Oromiyaa badhaateefi Diinotasheef hinjilbeeffanne ijaaruun murteessaadha” -Obbo Shimallis Abdiisaa “Hojiilee guddummaa magaalittii gitu ni hojjenna” -Aadde Adaanach Abeebee

Gidduu kana naannooleefi bulchinsoonni magaalaa mootummootasaanii hundeeffataa turaniiru. Akka federaalaatti ammoo hundeeffamni mootummaa iftaan adeemsifama. Hundeeffama mootummaa isa federaalaaf bu’uura kan ta’aan naannooleefi bulchiinsoonni magaalootaa ergamaafi imaanaa itti kenname ba’aachuu yoo danda’an... Read more »

“Araddaa Tufaa Araddootti irreeffachuun keenya bu’aa dhiiga ilmaan Oromoo jaarraa tokkoofi walakkaaf dhanga’eeti” – Obbo Dirribii Damisee

Pirezidaantii Waldaa Maccaafi Tuulamaa Obbo Dirribii Damisee goota dacheen Aanaa Iluu Galaan deesse, kabajamuu eenyummaa Oromoof nama gatii qaalii kaffalaa turaniidha. Qabsoo eenyummaafi Oromummaatti cimanii akka guddataniif sababa kan ta’eef du’a Jeneraala... Read more »

IMALA CAFFEE OROMIYAA

Caffeen Oromiyaa, Caffee sirna Gadaa bu’uura godhachuun aadaa, duudhaafi seenaa ummata keenyaa kaleessaafi har’aa giddugaleeffachuun naannichatti qaama mootummaa olaanaa isa seera baasu ta’ee guyyaa hundaa’erraa eegalee IMALA waggoota soddomaa ol lakkoofsiseen dhalootaan... Read more »

“Galmeeffamtoota mana jireenyaa miliyoona tokko keessaa kumni 600 jiraataa Finfinnee miti” -Aadde Adaanach Abeebee

Kantiibaa Ittaantuun Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee, Aadde Adaanach Abeebee kallattii xiyyeeffannoo bulchiinsaa bara kanaarratti ibbana ‘EBC’ wajjin gaafdeebii taasisaniiru. Nutis isuma qindeessinee akka ittaanutti dubbistoota keenyaaf dhiyeessineerra. Raawwii hojii bardheengaddaa ilaalchisee Finfinneen naannawawwan... Read more »

Masqala Mootii Ayyaanaa

Ayyaanoota waggaa Oromoon kabaju keessaa Masqalli isa tokko yoo ta’u, ‘Mootii Ayyaanaa’ jedhamees beekama. Ayyaanni masqalaa kan kabajamu baatiiwwan gannaa dabranii roobni yoo qaqqabatuufi hababoon daraaree boqaan birraa yoo mul’atuudha. Ganna dabre... Read more »

Ijaarsa biyyaafi gahee sabaahimaalee

Miidiyaan (sabaa himaan) meeshaa qunnamtii odeeffannoon ittiin daddarbu akka ta’e hiiknisaa ni mul’isa.  Odeeffannoon darbus bifa oduu, muuziqaa, fiilmii, barnoota, beeksisaafi kkf ta’uu mala. Kunneenis karaa raadiyoo, televizyinii, gaazexaafi onlaayinii, bilbila, biilboordii,... Read more »

Michummaa warra gumaa

Oolmaa Oromoon ijaarsa Itoophiyaa keessatti gumaache, hiraarsaafi rakkina murnoonni siyaasaa adda addaa kanneen akka shororkeessaa ABUTfaan ummata Oromoorraan gahaa turan ilaalchisuun yaadni namoonni gara garaa kennan akka ittaanutti qindaa’e dhiyaateera. Tokkoffaan ayidiyolojiidha.... Read more »

Gocha shororkeessummaa Shanee saaxiluu

 “Miidhaa kan narraan ga’e qaama hidhatee caakka jiru ABO Shanee jedhamu. Guyyaa inni miidhaan narraan ga’e Sadaasa 14, galgala keessaa naannawa sa’aatii 1:15tti mana koo balbala cabsanii ol galan. Namoonni sadii hidhannoo... Read more »

Adeemsa birmadummaa biyyaa eegsisuu keessatti gumaacha Oromoo

Mariin gumii Balal qopheessummaa Waajjira Pirezidaantii Oromiyaatiin dhimmoota adda addaatiin adeemsifamaa jiru Sanbata darbes marsaa 10faf mataduree “Adeemsa birmadummaa biyyaa eegsisuu keessatti gumaacha Oromoo” jedhuun geggeeffameera.  Yaada ka’umsaa marichaa kan dhiyeessan hayyuu... Read more »