“Oromoon, Oromoo masaraa galchee rafuuf qofa miti kan qabsaa’e”

– Barreessituufi Qabsooftuu mirga namoomaa Seenaa Jimjimoo Finfinnee: Qabsoo yeroo dheeraa booda jijjiiramni akka biyyaatti dhufullee ammayyuu gaaffiileen Oromoo hedduu akka hindeebine Barreessituufi Qabsooftuun Mirga Namummaa, Seenaa Godaanaa Duulaa Jimjimoo Gaazexsaa Bariisaatiif... Read more »

Diinshootti qarshiin miiliyoona 160 qisaasameef qaamni gaafatamu hinargamne

-Dhaabbatichi Diinshoorraa Tumsaatti erga geeddaramee kaappitaallisaa dachaan dabaleera Finfinnee: Dhaabbanni qabeenya ODPn gaafa qabsoo hidhannoo keessa ture horateen akka hundeeffame himamu Diinshoon, hojiilee hawaas-dinagdee mootummaadhaan raawwatamuu hindandeenyerratti hirmaachuu kaayyeffatee hundeeffame. Keessumaa misoomaafi... Read more »

“Paartiin siyaasaa har’a hinamanamne boru mootummaa ta’ee amanamuu hindanda’u”

Doktar Abiyyi Ahmad TOI: Sanadiin waadaan itti galame Itoophiyaa hamaarraa kan oolchuufi kan ceesisu ta’uunsaa mirkanaa’uu akka qabu ministirri muummee Doktar Abiyyi Ahmad dubbatan. Ministirri muummee kana kan dubbatan sirna mallattoo waadaa... Read more »

Ija godhannaa tattaaffiin Ministira Muummee Doktar Abiyyi Ahmad

Ministirri Muummeen Mootummaa RFDIfi dura taa’aan “IGAD”, tibbana biyyoota ollaa Itoophiyaa kanneen akka Ertiraa, Solalee Laandi, Sudaan Kibbaafi Keeniyaa dura bu’oota biyyoota kanneen wajjin daaw’ataniiru. Keessumaa kan Keeniyaa wajjin Arbaamincitti ayyaana Adwaa... Read more »

Siinqeen ulee qal’oo meeshaa waraana ammayyaa caaluudha

Shaashamannee: Siinqeen ulee qal’oo dubartoonni heeruman qabataniidha. Dubartiin siinqee qabatte, hawaasa keessatti ulfina guddaa qabdi. Dubartii siinqee qabattee karaa deemtutti yoo dhufan hinqaxxaamuran. Keessattuu dhiirri yoo ishiin hayyama kenniteefii dabarsite malee bira... Read more »

Bariisaa Guraandhala 29/2011

Read more »

Carraawwan lotarii tombolaa WMOfi Lammiitu Lammiif Bitootessa 28fi 30 bahu

Finfinnee: Carraan lotarii Waldaan Misooma Oromiyaa (WMOn)fi “Lammiitu Lammiif” walduraa duubaan Bitootessa 28fi 30 bara 2011 akka bahan ibsame. Daareektarri Ittaanaan WMO, Obbo Daanyaachoo Bafaqaaduu ibsa dheengadda Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin akka jedhanitti,... Read more »

Lakkaawwii ummataafi manaarratti hawaasni dammaqinaan hirmaachuu akka qabu gaafatame

Finfinnee: Lakkaawwii ummataafi manaa Bitootessa 29 bara 2011 irraa jalqabee guyyoota kudhaniif gaggeeffamurratti kutaaleen hawaasaa marti dammaqinaan hirmaachuu akka qaban Komishiniin Lakkaawwii Ummataafi Manaa Oromiyaa gaafate. Barreessaan komishinichaa Obbo Sheekoo Gurroo ibsa... Read more »

WBOn waamicha taasifameef fudhachuun aantummaa  ummataaf qabu dhugumsaa jira

Finfinnee: Miseensi Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) Jaal Abdataa Laggasaa Qajeelaa, (maqaan qabsoosaa Yaadannoo)  kaleessa ganama ture waamicha abbootiin Gadaafi ajaja Hayyu Dureen ABO, Jaal Daawud Ibsaa dabarsan fudhachuun ummatatti kan makame. Innis... Read more »

Milkaa’inni guyyoota 300 abdii egereet

Guyyoonni 305n darban Itoophiyaadhaaf guyyoota jijjiiramaa turan. Gaaffiileen lammiileen biyyattii haala hinbaramneen waggoota 27 gaafataa tura deebi’aafi imimmaan isaanii haqamaa jira. Guyyoota kanneen keessatti jijjiiramoonni karaa siyaas dinagdeefi hawaasummaa mul’atan ummatatti abdii... Read more »