Featured
Featured posts
Finfinnee: Oromiyaatti sagantaan dadammaqsa kaffaltii gibiraafi taaksii mataduree, “Dirqama koo nan bahadha, mirga koo nan gaafadha” jedhuun borurraa eegalee waggaa guutuuf kan adeemsifamu ta’uu Abbaan Taayitaa Galiiwwan Oromiyaa ibse. Daarektarri abbaa taayitichaa,... Read more »
Finfinnee: Yunivarsiitiin Metropolitiyaanii Kotobee bara 2012 irraa kaasee Afaan Oromoo barsiisuuf qophii gochaa jiraachuu beeksise. Pirezidaantiin yunivarsiitichaa, Doktar Birhaanamasqal Xannaa ibsa Kibxata darbe Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin akka jedhanitti, yunivarsitiinsaanii yeroodhaa yerootti hojmaatasaa... Read more »
Shaambuu: Yeroo ammaa biyya tana keessa gabaan akka siyaasaatti ho’e tokkollee hinjiru. Daldala siyaasaa biyyattiitti geggeeffamaa jiruun yeroo heddu kan fayyadamu murna siyaasaa muraasa yemmuu ta’u, kan itti miidhamu garuu daldaloota osoo... Read more »
Shaambuu: Waggoota afran darban qabsoo ummata Oromoo dargaggeessa giddu gala taasifachuun taasifamaa tureen bu’aan gama siyaasaatiin argame salphaa miti. Qabsoon taasifames hawaasa bal’aafi qaamota mootummaa keessatti jijjiiramni akka uumamuuf karaa saaqe boodarratti... Read more »
Finfinnee: Miseensonni WBO tibbana waamicha nageenyaa Abbootii Gadaa fudhanii Mooraa Loltummaa Xollaayitti argaman gaaffiilee addaddaa kaasaa turan. Erga mooricha seenanii koreen araaraa dhaqee daawwachuu dhabuusaa, bakki jiran garmalee waan ho’uuf iddoon akka... Read more »
Finfinnee: Gaazexaan Bariisaa bara 1968 keessa namoota dhuunfaa guddina Afaan Oromootiif quuqama qabaniin dhoksaatiin maxxanfamee bahuu eegale. Bara 1969 irraa kaasee ammoo harka mootummaa waan galeef Dhaabbata Pireesii Itoophiyaatiin torbanitti guyyaa tokko,... Read more »
Adaamaa: Itoophiyaan humna namaa beekumsa, dandeettiifi muuxannoon misoome horachuuf tattaaffii olaanaa taasisaa turteetti. Humni namaa %80 damee BLTOtti kan leenji’u yoo ta’u, harki digdamni ammoo dhaabbilee barnoota olaanaa seenuun akka baratan taasifamaa... Read more »
Finfinnee: Dilbata darbe Finfinnee irraa gara Naayroobiitti balali’aa kan ture xiyyaarri daandii qilleensaa Itoophiyaa lakkoofsi balalii isaa ‘ET 302’ ta’e ‘Boeng 737 Max 8’ kufee caccabuun lubbuun namoota 157 darbuun isaa ni... Read more »
Finfinnee: Pirezidaantiin Faransaay, Imaanu’eel Maakroon daaw’annaa hojii guyyoota lamaa Itoophiyaatti taasisuun Roobii darbe gara Naayroobii qajeelan. Pirezidaantichi Ministira Muummee Itoophiyaa Doktar Abiyy Ahimad waliin dhimmoota fooyyessa faayinaansiifi diinagdee, kunuunsa hambaalee, ijaarsa dandeettii... Read more »
Finfinnee: Biiroon Barnoota Oromiyaa (BBO) Bitootessa 9 bara 2011 barsiisota kuma 46 oliif qormaata eeyyama ogummaa kan kennu ta’uu beeksise. Itti Aanaa biirichaa Obbo Alamaayyoo Asaffaa ibsa dheengadda gaazexeessitootaaf kennaniin akka jedhanitti,... Read more »