“Gaazexeessummaafi rogeessummaa walfaana deemsisuun rakkisaadha” -Hayyoota

Finfinnee: Gaazexeessummaafi rogeessummaan wantoota walfakkaatan qabaatanis addaddummaa bal’aa ni qabu. Kaayyoon isaan adeemsisanis walii faallaadha. Kanarratti osoo beekaniis ta’u hinbeekiin gaazexeesssitoonni tokko tokko akka rogeessaattis ni socho’u. Kun ammoo sirrii akka hintaaneefi... Read more »

”Jaarsa kiyya kan ajjeese diina Oromoofi Amaaraati” -Aadde Basifrash Katamaa

Efraataa Gidib: Rakkoo nageenyaa dhiheenya kana naannoo Amaaraa godina Shawaa Kaabaa Aanaa Efraataa Gidibitti uumamee tureen namootni 62 ta’an lubbusaanii kan dhaban yemmuu ta’u, kanneen 74 ta’an immoo miidhaa cimaa ta’eef saaxilamanii... Read more »

“Indastiriin uffata aadaa Oromoo hanga fedhii ummataa hinguddanne” -Diizaayinar Moyii Xilaahuun

Finfinnee: Indastiriin uffata aadaa Oromoo ammayyuu fedhii ummataa wajjin kan walsimuu waan hintaaneef caalaatti beeksisuufi irratti hojjechuu akka barbaachisu namoonni damicharratti bobba’an ni ibsu. Hundeessituun Mana Uffata Aadaa Oromoo Moyii Finfinneetti argamuu,... Read more »

Duulli qulqullinaa iftaan adeemsifama

TOI: Duulli qulqullinaa ilaalcha gaarii barsiisuuf ga­ragaaru naannolee biyyattii hundatti akka adeemsifamu ministirri muummeen ibsan. Doktar Abiyyi kana kan dubbatan kaleessa Kibxata galgala atileetota dorgommii qaxxaamura biyyaa addun­yaa 43fa irratti hirmaatanii mo’ataniif... Read more »

Jiraattota wallagga Bahaa wajjin mariin geggeeffame

Ministirri Muum­mee Doktar Abi­yyi Ahmadiifi p i r e z i d a a n t i i n mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Lammaa Magarsaa bakka buutota Godina Wallagga Bahaa wajjin Magaalaa... Read more »

Barattootni Oromoo 2500 gara Yunvarsitii Jigjigaatti deebi’aniiru

– Waliigalaan barattootni Oromoo 4000 ta’an yunivarsiitichatti argamu Jigjigaa: Rakkoo nageenyaa ummattoota obbolaa, Somaal­eefi Oromoo gidduutt uumamee tureen inni tokko isa biraa of keessaa ari’uu bira darbee, sa­darkaa barattootni naannoo tok­koo hanga... Read more »

Tarkaanfiin ijaarsa seeraan alaarratti fudhatamu kan ittifufu ta’uun ibsame

Finfinnee: Ijaarsi seeraan alaa rakkoo ijoo magaalotaa waan ta’eef tarkaanfiin itti­fufiinsa qabu kan fudhatamu ta’uu Ministeerri Misooma Magaalaafi Konistiraakshinii beeksise. Ministirri ministeerichaa Obbo Jaanxiraar Abbaay ibsa Kibxata darbe gaazex­eessitootaaf kennaniin akka jedhanitti,... Read more »

Kan buqqa’e iddootti deebisaa, kan shira xaxeseeratti dhiyeessaa jirra”

Walitti bu’insa Oromoofi Beenishaangul Gumuz gid­duutti mudateen buqqaatota bakkatti deebisuufi harcaatota shira kana xaxan seeratti dhi­yeessuun olaantummaan seer­aa akka kabajamuuf hojjeta­maa jiraachuu pirezedaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naan­noo Beenishaangul Gumuz, Obbo Ashaadlii Hasan ibsan.... Read more »

Kan jaalalaan qabame jibbaaf iddoo hinqabu

Akkuma, mortuun ganama na tolchi galgala naballeessi jetti jedhamu ‘ak jedhan waa tufan makmaakan waa dubbatan’ jedhamus jira. Ummanni Oromoo saba dimokraatawaafi uumamaan seeraafi duudhaa cimaa qabuudha. Bulchiinsa dimokraatawaa sirna Gadaasaas jaarraawwan... Read more »

Qabeenya bosonaa irra deddeebiin gubachaa jiru yaaddoo misooma turizimiiti

Finfinnee: Wantoota qabeen­ya bosonaa mancaasan kees­saa tokko naannawa bosonaatti balaan abiddaa mudachuudha. Yeroowwan adda addaatti bal­aan abiddaa mudachaa kan ture yoo ta’u, irra caalaatti sababoota jijjiirama haala qilleensaafi nam­tolcheetiin mudachaa turuusaati ogeessotni... Read more »