“Maallaqni nyaata barattootaaf guyyaatti kennamu gadaanaa ta’uun rakkoo nutti uumaa jira” – Barattoota Yunvarsiitii

Barataan tokko carraa barumsa dhaabbilee barnoota olaanoo ykn yunvarsiitii mootummaa seenuu yommuu argatu gammachuu guddatu itti dhaga’ama. Sababni guddaan gammachuu kanaa immoo baasii tokkoon ala gosa barnoota filate barachuu danda’uusaatiini. Barataan carraa... Read more »

Waldaan baay’ina abbootii sheeriitiin riikardii qabate gurgurtaa sheerii eegale

Finfinne: Yeroo ammaa addunyaarratti  waggaa waggaadhaan sukkaarri toonii miiliyoona 50 ta’u nyaataaf oolaa kan jiru ta’uu ragaaleen ni agarsiisu. Biraazil, Hindiifi Taayilaandi biyyoota addunyaa omishaafi al-ergii sukkaaraatiin walduraa dubaan sadarkaa 1ffaa hanga... Read more »

Dhaabbatni Pireesii Itoophiyaa akka haaraatti hundaa’uufi

Finfinnee: Dhaabbata Pireesii Itoophiyaa akka haaraatti hundeessuuf wixinee labsii  qophaa’erratti  Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa kaleessa walga’ii idilee 39fa gaggeesseen mari’ateera. Barbaachisummaa wixinee labsichaa erga sakatta’een boodas yaada murtee 56/2011n Koree Dhaabbii... Read more »

“Qalma hoolota lamaa: Tokko waadaaf kaan jaalalaafi” -Abbaa Gadaa Dabaloo Hiikaa

Haala kanaan dura seenaa keessatti takkaa hinbeekamneen Gadaan jibbaa faca’e saba barootaaf waldanda’ee gaddaafi gammachuu waliin hirmaachaa ture kan gaddisiise fakkaata. Hunduu mudannoo balaafamaa saboota gidduutti qaqqabuun wareegama qaalii lubbuufi qabeenya baasise... Read more »

Wixinee fooyyessa shalaggii qoodinsaafi bulchiinsa galiiwwan wajjummaa

Bulchiinsa Heera keeyyata 96fi 97 jalatti aangoon gibiraafi taaksii mootummaa federaalaa akka ittaanutti tumameera. Keeyyata xiqqaa Mootummaan Federaalaa meeshaalee alatti ergamaniifi galanirratti shuura gumrukii, taaksiifi kafaltiilee biroo ni buusa, walitti qaba. Mindeeffamtoota... Read more »

Qonna Oromiyaa ceesisuuf kallattiin xiyyeeffannaa kaa’ame

Finfinnee: Misooma qonnaa bu’uura dinagdee biyya keenyaa ta’e ceesisuuf kallattii kaa’ameen hojiitti seenamuu Biiroon Qonnaafi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa beeksise. Waltajjii marii qonnarratti jijjiirama fiduu kaayyeffatee waajjira Pirezidaantii BMNOtti kaleessa gaggeeffamerratti Hogganaan biirichaa... Read more »

Waltajjiileen marii nageenya waaraaf bu’uura

Naannolee saglanifi bulchiinsota magaalaa lamaan Itoophiyaan qabdu keessaa akka Oromiyaa marii ummataatti kan amanu hinjiru. Duudhaan marii sirna Gadaa keessatti muuxaneeffamee baroota qaari’ee as gahe kun ammaan tanas ilmaan abbaa Gadaatti ce’ee... Read more »

Marii hariiroo obbolummaa cimsuu Oromiyaatti

Mariin hariiroo obbolummaa cimsu Kibxata darberraa eegalee sadarkaa godinaafi maagaalota guguddooti jalqabe guyyaa dheengadda sadarkaa aanaaleetti itti ittifufuun kaleessa ammoo gandoota naannichaatti gegeeffameera. Marichaan duudhaa gaggaarii waliin jireenyaa ummattoota walitti hidheefi tokkoomsee... Read more »

“Hudhaa walta’iinsaafi qindoominaatiin shakkamtoota hunda to’annoo jala oolchuun hindanda’amne”-Aadde Mufiriyaat Kaamil

Finfinnee: Ministeerri Nageenyaa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa, bara hojii arfaffaa, walga’ii idilee 48fa Kibxata darbe taa’amerratti gabaasa raawwii hojii ji’oota sagalii miseensootaaf dhiheesseera. Ministirri ministeerichaa Aadde Mufiriyaat Kaamiil gabaasa  dhiheessaniiru; gaafiileefi... Read more »

Buqqaatonni kuma 875 qe’eesaaniitti deebi’an

Finfinnee: Rakkoo nageenyaa bakkeewwan garagaraatti mudateen lammiilee qe’eefi qabeenyasaaniirra buqqa’an keessaa kumni 875 gara q’eesaaniitti deebi’uu Ministeerri Nageenyaa ibse. Ministirri ministeerichaa Aadde Mufriyaat Kaamil gabaasa raawwii hojii ji’oota sagalii Kibxata darbe miseensota... Read more »