Yaada ka’umsaa Qabiyyeen lafa Mana Beenyaa naannoo Oromiyaa Godina Horroo Guduruu Wallaggaa, aanaa Guduruu keessatti kan argamuufi magaalaa Komboshaarraa 6km fagaatudha. Bal’inni lafa kanaa hektaara 764.5 yoo ta’u, ALI bara 1978 irraa... Read more »
Ummanni Oromoo yeroo seerri ammayyaa hinjirretti rakkoolee haqaa naannawaafi qe’ee isaatti isa mudachaa ture sirna ittiin hiikkataa ture qaba. Sirni kun akka guddina hawaasaatti dagaagee beekamuu baatus, amma waldhabdeewwaniifi rakkoolee hawaasummaa hiikuu... Read more »
Artist Zarihun Wadaajoo Abbaa isaa Obbo Wadaajoo Goobanaafi haadha isaa Aadde Zawudituu Makoorraa bara 1955 Godina Wallagga Bahaa, Magaalaa Naqamteetti dhalate. Barumsa sadarkaa tokkoffaa kutaa 1fa hanga 6fatti bakkuma dhaloota isaatti baratee... Read more »
Sababiiwwan waldhabdee Itoophiyaa keessatti uumamaa turaniifi jiraniif ka’umsi ijoon dhimma daangaati. Daangaan ummataaf hiika abbummaarra darbe qaba. Daangaa keessaan seenaafi eenyummaatu jira. Kanaafi ummattoonni dhimmichatti xiyyeeffannaa kennuun kan dubbatan. Yeroo hunda garuu... Read more »