Itoophiyaan biyya sabootni, sablammootniifi ummattootni afaan, aadaafi amantii adda addaa qaban hedduun keessa jiraataniidha. Ummattoonni biyyattii afaan, aadaafi amantiidhaan adda adda ta’aniyyuu duudhaa nagaa, jaalalaafi tokkummaatin waliin jiraachuu jaarraa lakkoofsise qabu. Waltajjiin... Read more »
Finfinne: Uumaa ganama Waaqni ilma namaa waliin uume waakkatanii, seera uumamaafi uumaa waliin walitti bu’aa adeemuun kallattii sirrii miti. Boodni isaas murtoo sirrii hintaane fudhachuutti deema. Kanaaf maatiin daa’imman isaanii ijoollummaadhuma irraa... Read more »