Waliigalteen irra gahame haa tikfamu

Sirni Gadaa mallattoo walabummaa Oromiyaa qofa osoo hintaane, hundee qaroomina ilmaan namaa keessaa kan hangafaa ta’uunsaa ragaadhaan mirkanaa’ee, sadarkaa addunyaatti beekamtii argachuun galmaa’eera. Aadaa bulchiinsa sirna Gadaa keessaa inni guddaan tokko, garaagarummaa... Read more »

Taaddasaaf siidaa miti seenaatu ijaarame

Fiichee: Dilbati darbe warra Salaaleef darbees Oromoo hundaaf guyyaa gammachuu ture. Gaaffiilee Oromoon Salaaleefi warri kaan yeroo dheeraaf gaafataa turan keessaa inni guddaan deebi’eera. Goota Oromoo, Itoophiyaafi Afrikaa kan ta’e Birgaadeer Jeneraal... Read more »

Doktar Abiyyi buqqaatoota Gujiifi Geedi’oo qe’eetti deebi’an daawwatan

Finfinnee: Jilli Ministira Muummee Doktar Abiyyi Ahimadiin durfamu Gujii Lixaa aanaa Qarcaa ganda Gurraacha Jalduutti lammiilee qe’ee isaaniitti deebi’an daawwate. Akkasumas, Ministirri Ministeera Nageenyaa Aadde Mufriyaat Kamiil, Pirezdaantii Ittaanaan Oromiyaa Obbo Shimallis... Read more »

“ABOfi mootummaa qofa osoo hintaane jaarmiyaaleen kaanis waliigalanii kaayyoo tokkoof socho’uu qabu” -Hayyoota

Finfinnee: Addi Bilisummaa Oromoo Jaal Daawud Ibsaatiin durfamu waamicha mootummaan Itoophiyaa taasiseef fudhachuun gara biyyaatti erga galee ji’oota sagal caaleera. Ta’us Waraanni Bilisummaa Oromoo (WBO)n bosona jiru hundi hidhata waan hinhiikanneef waldhabdeen... Read more »

Warshaaleen Simintoo ji’atti guyyoota 15 qofa omishuuf dirqamaniiru

 Dhiheessiin hir’achuusaatiin daldaltootni ofiisaaniitiin gatii dabalaa jiru Finfinne: Hanqina human ibsaa yeroo ammaa biyyattii mudateen walqabatee warshaaleen simintoo hundi ji’atti torbee lama qofa akka omishan taasifamaa jiraachuu warshaaleen simintoo ibsaniiru. Sababa kanaan... Read more »

Maallaqniif qabeenyi mootummaa ukkaamfamee jiru dinagdee biyyaa hubaa jira jedhame

Finfinnee: Maallaqniifi qabeenyi mootummaa maal nadhibdeen seeraan ala qisaasa’aa jiru dinagdee biyyaa hubaa jiraachuu Manni Hojii Oditara Federaalaa beeksise. Hogganaan mana hojichaa Obbo Gammachuu Dubbisoo gabaasa raawwii odiitii dhaabbilee mootummaa bara 2010fi... Read more »

Fiichee Cambalaalaan walitti hidhamiinsa ummattootaa cimsa

Hawaasaa:  Fiichee Cambalaalaan ayyaanota ummataa guguddoo akka biyyaalessaatti kabajamaa turaniifi jiran keessaa tokkodha. Sirna kabaja ayyaanichaa har’a magaalaa  Hawaasaatti adeemsifamurratti hoggantoonni olaanaa mootummaa federaalaafi naannolee, abbootiin Gadaafi amantii, keessummoonni biyya alaafi bakka... Read more »

Manni barumsaa Afaan Oromoo Finfinnee barsiisoota haaraa kuma tokko qacaruufi

Komiin garaagarummaa kiraa manaas ni furama jedhameera Finfinnee: Manni barumsaa Afaan Oromoo magaalaa Finfinnee barsiisota kanaan dura qacarriif  dorgomsiisee  calale kuma tokko simachuuf qophii xumuruusaa Biiroon Barnootaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee beeksise. Ittaanaa... Read more »

Daddabarsi meeshaalee waraanaa seeraan alaa hanga yoomiitti nageenya lammiileef yaaddoo ta’aa?

Itoophiyaatti daddabarsi meeshaalee waraanaa seeraan alaa babal’achaa jiraachuun nageenya lammiileefis ta’e biyyattiif sodaa ta’aa dhufeera.  Meeshaaleen waraanaa seeraan ala utuu daddarbanii qabamaafi yakkoonni ajjeechaafi saamichaa yeroo gara yerootti dabalaa deemuun rakkinichi hagam... Read more »

Abijaataan du’e Danbal gaggabe ; Laangaanoofi Shaallaanis dhukkubsataniru

Iddoo dur boqonnaafi bashannanaaf namoota biyya keessaa qofaan osoo hintaane lammiilee alaatiis filatamu har’a  kaan  bakkaa dhibee, kaan bakkaa dhibuuf deema. Dachee dur bishaaniin qananiituu turtetu har’a gammoojjin moo’amtee aduun taa’aafi dhaabbii... Read more »