Ada’aa Bargaa: Godina Shawaa Lixaa, Aanaa Ada’aa Bargaatti ganna kana biqiltuuwwan miliyoona 9.6 dhaabuuf karoorfamuusaa Waajjirri Qonnaafi Qabeenya Uumamaa aanichaa ibse. Ittigaafatamaan waajjirichaa Obbo Dajanee Zawudee dheengadda Gaazexaa Bariisaaf akka ibsanitti, biqiltuuwwan... Read more »
Arba Minci: Yuunivarsitii Arba Mincitti barsiisaa Wal’aansa Bineensotaa Doktar Idgat Abbaayinee akka jedhanitti, dhibeen saree maraatuu bineensotarraa bineensotatti, bineensotarraa namatti kan darbuufi lubbuu namaa kan galaafatuudha. Dhibichi ajjeesaa ta’us hubannoon hawaasni dhukkubicharratti... Read more »
Mugar: Ministirri Muummee Itoophiyaa Doktar Abiyyi Ahmad lammileen biyyattii ganna kana biqiltuuwwan biliyoona afur akka dhaabaniif waamicha taasisuun ofiis keessatti hirmaataa jiru. Kanaanis namni tokko biqiltuuwwan 40 akka dhaabuuf imaanaa kennaniiru. Bu’uuruma... Read more »