“Ce’umsiifi jijjiiramichi hattoota ADWUI keessa jiraniin butameera” -Pirofeesar Hizqe’eel Gabbisaa

Namni televizhiinii ilaaluu jaalatuufi yeroo hedduu hordofu isaan beeka. Namni marsariitii hawaasaa keessattuu feesbuukii fayyadamu immoo, sochii fincila waggoota darban akka biyyaafi Oromiyaa keessatti taasifamaa turerratti  yaadaafi ergaa isaan gama fuula feesbuukiitiin... Read more »

“Oromiyaaf kan barbaachisu hoggansa gochaan agarsiisuudha”- Obbo Admaasuu Daamxawu

Finfinnee: Hooggansi kana booda Oromiyaaf barbaachisu kan gochaa malee kan jechaa qofa  ta’uu akka hinqabne hogganaan Biiroo Dhimmoota Kominikeeshinii Oromiyaa beeksisan. Hoggantichi Obbo Admaasuu Daamxawu ibsa Roobii darbe addatti gaazexaa Bariisaatiif kennaniin... Read more »

Finfinneetti sagantaan misooma manneenii haaraa akka eegalamu ibsme

Finfinnee: Manni maree Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee, yaa’ii idilee sadaffaa bara hojii jahaffaasaa Kamisarraa eegalee guyyoota sadiif geggeessaa jirurratti sagantaan misooma manneen haaraa akka eegalamu ibsame.. Mana marichaaf gabaasa raawwii bara 2011 kan... Read more »

Labsiin lammiilee sababa misoomaatiin qabeenya isaaniirraa ka’an fayyadamoo taasisu ragga’e

Finfinnee: Manni Marii Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii hatattamaa bara hojii afraffaa Adoolessa 24 bara 2011 adeemsiseen  labsiilee hojii baankii, gumurukiifi qabiyyee lafaa faayidaa ummataaf jecha gadlakkisaniifi kaffaltii beenyaa fooyyessuuf ba’an akkasumas murtee... Read more »

“ Ilaalcha hooggantoota Itoophiyaatiif qabnu haqneerra” -Gaazexeessaa Abduljaliil Abdallaa

Finfinnee: Abduljaliil AbdallaaAmeerkaatti, gaazexeessaa Televizhinii Oromooti (bardheengaddaa gaafa Doktar Abiyyi Magaalaa Minisotaa daaw’atan waltajjicha Afaan Oromootiin geggeessaa ture). Namoota miidiyaa kana hundeessan keessaa tokko akka ta’eefi ALA bara 1997 irraa eegalee hanga... Read more »

Biqiltuu dhaabuun sirba guyyaa tokkoo ta’uu hinqabu

Finfinnee: Doktar Girmaa Mokonnin miseensa Mana Marii Bakka Bu’oota Ummataati. Akka isaan jedhanitti, duulli dhaabbii biqiltuu Adoolessa 22 bara 2011 sadarkaa biyyaatti adeemsifame mootummaan biyyattii haalaafi dhugaadhaan ummata dura bu’ee hojjetuufi karaa... Read more »

“Dirree Dhawaan haadha ummataati” -Doktar Artisti Alii Birraa

Finfinnee: Magaalota guguddoo Itoophiyaa Bahaatti argaman keessaa Dirree Dhawaan adda durummaan waamamti. Sababnisaas wiirtuu sirna daldala biyyattii ta’uusheerra darbee magaalaa jaalalaa, tokkummaafi walgargaarsi sabootaa, sablammootaafi ummattootaa fakkeenyummaan eeramuudha. Waggoota shanii as garuu... Read more »

“Mootummaan tajaajila intarneetii addaan kutuuf karoora hinqabu; garuu biyya diiga taanaan hinoolu” -Doktar Abiyyi Ahmad

Finfinnee: Ministirri Muummee Mootummaa Rippabilikii Federaalawaa Dimokiraatawaa Itoophiyaa (RFDI),  Doktar Abiyyi Ahmad dhimmoota wayitawaa eegumsa mirga namoomaa, olaantummaa seeraa, akkasumas nagaafi tasgabbii biyyattiirratti dheengadda  waajjirasaaniitti gaazexeessitoota biyya keessaafi alaaf ibsa kennaniiru. Wayita... Read more »

Carraan tiraaktarootaafi paampiiwwan Adaamaatti daggalaaan nyaatamaa jiranii akkam ta’a laata?

Adaamaa: IndastiriiwwanKorporeeshinii Sibiilotaafi Injinariingii saddeet keessaa Indastiriin Meeshaalee Qonnaa Adaamaa isa tokko. Kaayyoon hundeeffamasaas bu’uura dinagdee biyyattii kan ta’e sektara qonnaatiif meeshaalee ammayyaawaa ta’an dhiyeessuutiin misooma dinagdee biyyattii utubuudha. Waggoota shanii asitti... Read more »

“Gaazexaan Bariisaa handhuura qabsoo Oromooti” -Abbaa Bariisaa

Keessummaan keenya har’aa Doktar Mahaadii Hamiid Muudee ykn Abbaa Bariisaa jedhamu. Hundeessaa Gaazexaa Bariisaati. Bariisaan aadaa, afaaniifi seenaa Oromoo guddisuufi dagaagsuu keessatti gumaacha olaanaa taasiseera; taasisaas jira. Faayidaa ummata Oromoo mirkaneessuu, mirgasaa... Read more »