Daandii baaburaa Itiyoo-Jibuutii guddina dinagdee si’eessaa jiru

Sabbataa: Sochiin Daandii Baburaa Itiyoo-Jibuutiifi Paarkii Indastirii Adaamaa sadarkaa maaliirra akka jiru beeksisuuf Itoophiyaatti Kaawunsiliin Misooma Dinagdee Chaayinaa Roobii darbe ogeessota miidiyaan akka daaw’atamu taasiseera. Daandiin baaburichaaMuddee 23 bara 2010 irraa kaasee... Read more »

Haroo Caamoofi bineensota harocha keessaa haa baraarru

Finfinnee: Haroon Caamoo Naannoo Kibbaa, Godina Gaamoo Magaalaa Arba Mincitti argama. Caamoon haroowwan Itoophiyaan qabdu keessaa Xaanaafi Abbaayaatti aanee sadarkaa sadaffaarratti argama. Haroon Caamoo omisha qurxummiifi naachaatiin akkasumas akaakuuwwan qurxummii hedduu qabaachuun... Read more »

Labsiin kaffaltii beenyaa 455/1997 fooyya’e

Finfinnee: Magaalota biyyattii addaddaatti lammiilee sababa misoomaan qabiyyee lafasaaniirraa buqqa’an haala fulla’aa ta’een utubuuf labsiin kaffaltii beenyaa 455/1997 irra deebiin akka fooyyeffamu taasifameera. Kanaanis qabiyyeen lafaa misooma ummataatiif wayita barbaadamutti beekamtiifi eeyyama... Read more »

Miidhaa lolaa dandamachuuf qophiin duraa taasifamus jiraattonni Tajiifi Asgorii yaaddoo keessa jiru

Finfinnee: Lagni Awaash Shawaa Lixaatii ka’ee hanga Arsii qaqqabutti godinaalee shaniifi aanaalee 15 qaxxaamuree gara Naannoo Affaaritti darba . Lagni kun akkuma ummata biyyattiitiif faayidaa guddaa kennu gaafa guute balaa guddaa qaqqabsiisa.... Read more »

“Bosonni Oromiyaa dinagdee Oromiyaa utubuu qaba” -Doktar Girmaa Amantee

Finfinnee: Obbo Muktaar Yaasiin Godina Jimmaatti jiraataa Magaalaa Aggaaroo yoo ta’an hojii misooma biqiltuurratti bobba’aniiru. Akaakuuwwan mukaa kanneen akka garaaveeliyaa, gaattiraafi kkf lafa heektaara sagal caalurratti dhaabanii kunuunsaa jiru. Hojii kanatti erga... Read more »

Miixannaa Korporeeshinii Sibiilotaafi Injinariingii

Finfinnee: Korporeeshiniin Sibiilotaafi Injinariingii bara 2002tti erga hundeeffamee kaasee indastiriiwwan addaddaa keessatti misooma teknolojii babal’isuufi carraa hojii uumuun guddina dinagdee Itoophiyaa hanga tokko si’eessaa tureera. Waggoota shanii as garuu hojmaatni korporeeshinichaa adeemsa... Read more »

Ummata rakkoo buqqisee biqiltuu dhaabu

Biyyi keenyaa Wixata darbe, Adoolessa 22 bara 2011 seenaa cimaa tokko addunyaarratti galmeessisteetti; seenaa  duula Ashaaraa Magariisaatiin biqiltuu miliyoona 200 dhaabu. Duulichi kan yaadameen ol milkaa’uun riikardii addunyaa gama kanaan Hindiin qabamee... Read more »

“Qabsoon farreen nageenyaarratti taasifamu cimee ittifufa” -Bulchaa Ittaanaa Godina Wallagga Bahaa

Naqamtee: Qabsoon farreen nageenyaarratti taasifamu cimee kan ittifufu ta’uu Bulchaa Ittaanaa Godina Wallagga Bahaa beeksisan. Obbo Asmaraa Ijaaraa ibsa torban darbe Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin akka jedhanitti, farreen nageenyaa jiruufi jireenya hawaasaa yaaddoo... Read more »

Konsartiin muuziqaa deggarsa ummata Walloo boru geggeeffama

Finfinnee: Naannoo Amaaraatti ummata Walloo sababoota adda addaatiin qe’eesaaniirraa buqqa’an deggaruuf konsartiin muuziqaa boru waaree booda Galma Barkumeetti kan geggeeffamu ta’uu koreen qophii konsartichaa ibse. Barreessaan korichaa Dargaggoo Saphaaloo Kadir dhimmicha ilaalchisuun... Read more »

“Ergamni koo fedhii ummanni Oromoo Finfinneerratti qabu ibsuudha” -Qeerroo Obsaa Abdiisaa

Yeroo dhihoo as  maqaa masoo “abbaa goofaree” jedhamuun beekama. Godina Qeellam Wallaggaa, Dambii Doollootti dhalatee Shawaa Lixaa, Aanaa Dandii, Magaalaa Ginciitti guddate. Barnootasaas achumatti barate. Yeroo Fincilli Diddaa Gabrummaa (FDG) dho’ee ba’e... Read more »