Nageenyi geejiba baasii Odaa sa’aatii 24:00 ‘GPS’n hordofama

Finfinnee: Tajaajilli geejjiba Baasii Odaa ji’a tokko booda hojitti seenu nageenyasaa teknolojiidhaan deeggaramee sa’aatii 24:00 kan hordofamu ta’uu gaggeessaan hojii Kaampaanii Sheerii Odaa beeksisan. Obbo Isheetuu Zallaqaa ibsa Gaazexaa Bariisaatiif Kibxata darbe... Read more »

Godinaaleen Oromiyaa Lixaafi Kaamaashiin nageenyasaanii deebifachaa jiru

-Caasaaleen mootummaa diigaman deebi’aniiru Asoosaa: Waggoota sadan darban keessa godinaaleen Oromiyaa Lixaa sadeen (Wallagga Bahaafi Lixaa, Qellam Wallaggaa)fi Beenishaangul Gumuzirraa godinni Kaamaashii sababa shira siyaasaatiin nageenyasaanii tikfachuu hindandeenye ture. Kanarraa kan ka’e... Read more »

Manni Maree Tajaajila Lammummaa Oromiyaa hundaa’e

Hayyoota, Abbootii gadaa, Artistootaafi namoota hawaasa Oromoo bakka bu’an hunda kan hammate Manni Maree Tajaajila Lamummaa Oromiyaa bakka Pirezidaantii Ittaanaan Naannichaa, Obbo Shimallis Abdiisaa argamanitti kaleessa hundeefame. Hojiilee tajaajila tola ooltummaa bifa... Read more »

“Roodmaappichi aangoo naannolee heeraan kennameef kan faalleessuudha” -Doktar Firdisaa Jabeessaa

“Barnoota sadarkaa tokkooffaa kan murteeffatu naannolee waan ta’eef wanti nama yaaddessu hinjiru” Doktra Tolaa Bariisoo Finfinnee: Ministeerri Barnootaa, Roobii darbe wixinee caasaa barnootaa haaraa iftoomsuunsaa ni yaadatama. Caasaan haaraa kunis 6-2-4 jedhuun... Read more »

Daballiin gatii hanga namni waan nyaatee bulu dhabutti ittifufuu hinqabu

Finfinnee: Obbo Xilaahun Geetaachoo daldaltoota mooraa Dhaabbata Gabaa Omisha Qonna Oromiyaa Buraayyuu, naannawa Ashawaa Meedaa jedhamutti argamu keessatti iddoo kireeffatanii hojjetaa jiran keessaa isaan tokko. Akka isaan jedhanitti, xaafii kiiloo tokko qarshii... Read more »

“Waa’ee manni hidhaa dhoksaan jiraachuu hinbeeku” -Ambaasaaddar Xurunaa Zeenaa

Maanguddoo waggaa 72 kan ta’aniifi Komishinii Mirga Namummaa Itoophiyaa kamishinarummaan kan tajaajilan Ambaasaaddar Xurunaa Zeenaa bara 1939 kan dhalatan akka moggaasa duriitti Bulchiinsa Waliigalaa Kafaa, Aanaa Koontaati. Barumsasaanii sadarkaa tokkoffaafi lammaffaa Magaalaa... Read more »

Tola ooltummaa barsiisummaa kabaje

Maqaansaa Niqoodimoos Saamu’eel jedhama. Dhalatee kan guddate Finfinnee, naannawa Dhagaa Araaraa (Araati Kiiloo)tti. Ammaan tana konkolaachisaa taaksiidha. Galgala galgala ammoo barachaa jira. Kolleejii dhuunfaa tokkotti digriidhaan barataa sooshoolojii waggaa sadaffaati. Kanaan dura... Read more »

Qe’ee ofiitti afaan ofiitiin barachuun mirga

Gidduu kana namoonni “Oro-phobia” qaban Magaalaa Finfinnee keessatti Afaan Oromootiin barsiifamuuf hojiin eegalamuunsaa irriba isaan dhowweera. Ofii hirriba dhabuu qofa osoo hintaane hojichi akka hinmilkoofneef shira xaxaafi munyuqaa jiru. Ittuu hojiin galmeessuu... Read more »

Balaa ijaarsarratti muudatuun waggaatti namoonni kuma 60 ol ni miidhamu

Finfinnee: Indastiriin Konistiraakshinii indastiriiwwaan gurguddoo addunyarra jiran keessaa adda duree yoo ta’u, humna namoota hedduu hanga dhibbantaa 20 hirmaachisuudhaanis isa ijoodha. Akka qo’annoon gara garaa ibsutti, addunyaarraa waggaa waggaan  hojjettoonni kuma 60... Read more »

“Hojidhabdummaan ammallee rakkoo dargaggoota godinichaati” -Obbo Asmaraa Ijaaraa (I/A/B/ G/ Wallagga Bahaa)

Naqamtee: Hojidhabdummaan ammaalle rakkoo dargaggoota isa hamaa ta’uu Godinni Wallagga Bahaa beeksise.   Bulchaa Ittaanaan Godina Wallagga Bahaa, Obbo Asmaraa Ijaaraa ibsa addatti gaazexaa Bariisaaf kennaniin, rakkoon hojidhabdummaa dargaggoota godinichaa hubaa jiru... Read more »