Itoophiyaatti waggaa darbe yeroo jalqabaatiif Komiishiniin Araaraafi Nageenyaa labsiidhaan hundaa’uunsaa ni yaadatama. Kaayyoon hundeeffama komiishinichaas rakkoolee walitti bu’iinsaa furuun biyyattiitti araaraafi nageenya mirkaneessuudha. Rakkoo walitti bu’iinsaa furuufi nageenya mirkaneessuuf dhuudhaalee jaalalaafi obbolummaan... Read more »
Finfinnee: Qajeelfamni “Qajeelcha Bulchiinsa Eegumsa Naannawaa Omisha Aadaa” jedhu rakkoolee hojii albuudaa karaa aadaatiin gaggeeffamurratti mul’atu hir’isuu akka danda’u Ministeerri Albuudaafi Boba’aa beeksise. Ministeerichatti Daayirektarri Jijjirama Qilleensaafi Naannawaa Obbo Hayiluu Taklaab marii... Read more »
Finfinnee: Hojiin haaromsuu manneen barnoota mootummaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Waxabajjiitti eegalame dhibbantaa 86.9rra gahuu Biiroon Barnoota Bulchiinsa magaalichaa beeksise. Abbaan Adeemsa Hojii Dhimmoota Kominikeeshiinii birichaa Obbo Abbabaa Charinnat Kamisa darbe Gaazexaa Bariisaaf... Read more »
Mootummaan Naannoo Oromiyaa dhimmi Barnoota Afaan Oromoo dhimma mariif hindhiyaanneefi guddina afaanichaaf xiyyeeffannoo addaatiin akka hojjetu pirezidaantii ittaanaan mootummaa naannichaa, Obbo Shimallis Abdiisaa beeksisan. Caaseffamni barnoota biyyattii maal akka fakkaatu ilaalchisee ibsa... Read more »
“Qellam Wallaggaa fuulashee gara misoomaafi nageenyaatti naanneffatteetti” -Obbo Mitikkuu Dheeressaa
Asoosaa: Godinaalee Oromiyaa Lixaa keessaa Qellam Wallaggaan ishee tokko yoo taatu, aanaalee 11fi bulchiinsa magaalaa tokkoon kan ijaaramteedha. Sirnoota mootummaa darbanirraa kaasee hanga hoggansa ADWUI duraaniitti mormiirra waan turteef rakkoo nageenyaatiin dararfamaa... Read more »
Finfinnee: Waggoota lamaan darban dhaabbileen barnootaa olaanaa dirree beekumsa ittigalaafan osoo hintaane kan itti walgalaafatan ta’ee darbeera. Yunvarsiitiiwwan mootummaa baay’een jeequmsi keessatti uumamuun qabeenyi barbadaa’eera, lubbuun abdii boriis karaatti hafeera. Dhaabbilee barnootaa... Read more »
Finfinnee: “Warri kun.. warrana… Siif karra qaalluu labee, Dhufeen manaa si dhabee. Warri Abeebee Tufaadhaa, Karriisaanii cufaadhaa. Warri Abeebee Tufaadhaa, Balballisaanii cufaadha… jedhee kan weellisaa Keekiyyaa... Read more »