Akkamiif attamitti jirtu. Torban gaarii dabarsinee akka walitti deebine nan abdadha. Jirtuu garuu? Sa’aa namni alaa manni, maatii waatiin nagumaa? Amma kunoo sa’aatiin isin wajjin haasa’aa jiru kanatti magaalaa Shaambuu keessan asiif... Read more »
Itoophiyaan seenaa guddinaafi babal’ina amantii Islaamaa keessatti biyya bu’uura ganamaa lafa keesseedha. Islaamummaafi Itoophiyaan hiriyaadha; umrii tokko qabu. Islaamummaan Makkaafi Madiinaa itti dhalate ykn kan har’a ardaa jilaa amantichaa godhamanii fudhataman kanneen... Read more »
Hagayya kana keessa ayyaanota kabajaman keessaa ayyaanni Hulluqqoo ykn ifannoo ykn ammasqalaa isa tokko. Ayyaanni kun ayyaana ofkaluufi ce’umsaati jedhamuun beekama. Sababnisaa wayita ganni dhumee birraatti hulluqamuuf akkasumas, wayitiin qonnaa dhumee qonnaan... Read more »
Torban darbe ayyaanni Taaborii (Taaboree) bakkawwan garagaraatti kabajamee darbeera. Haalli kabaja ayyaana kanaa bakkaa bakkatti hiikawwan adda addaa kan qabu yoo ta’u, ayyaanicha sabaafi amantii tokko qofaan walqabsiisuun ni mul’ata. Keessumaa akka... Read more »
Finfinnee: Lafa invastimentiif fudhatan dallaa itti ijaaranii kaa’uun haaromsaa asiis ittifufaa jiraachuu Ittigaafatamaan Waajjira Karooraafi Misooma Dinagdee Magaalaa Dirree Dhawaa beeksisan. Ittigaafatamtichi Obbo Girmaa Tasammaa ibsa Kamisa darbe Finfinneetti Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin,... Read more »
Finfinnee: Manni Marii Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii ariifachiisaa 3fa, bara hojii 4fa Sambata darbe adeemsiseen Labsii Filannoo Itoophiyaa, Galmeessa Paartiilee Siyaasaafi Naamuusa Filannoo fooyya’ee dhiyaate raggaasiseera. Labsicha Koree Dhaabbii Dhimmoota Seeraa, Haqaafi... Read more »
Finfinnee: Itoophiyaa Lixaatti rakkoolee nageenyaa uumamaa turan furuuf naannoleen afran (Oromiyaa, Beenishaagul Gumuz, Gaambeellaafi Amaaraa) torbee darbe Asoosaatti akkaataa walta’insa nageenyaafi misooma waloo ummattootaa cimsuun danda’amurratti mari’achaa turaniiru. Kanaanis dhimma nageenya waaraafi... Read more »