Finfinnee: Hojmaanni Paarkii Shaggar akka haaraatti jijjiiramee hawaasaaf tajaajila fooyya’aa akka kennuuf karoorfamuu Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee beeksise. Kantiibaa ittaanaan Magaalaa Finfinnee, Injiinar Taakkalaa Uumaa Paarkii Shaggar Kutaa Magaalaa Gullalleetti argamu Kibxata darbe... Read more »
Finfinnee: Akkuma “Dura fiiganiif dursanii hinqaqqaban” jedhamu biyyi jalqaba addunyaa buna dhandhamsiiste tun boodarra biyyoota dhandhama bunaa baratanii irraas fayyadamuuf kutataniif harka kennattee, biyya dursitee kaate booddeen hordofuuf dirqamte. Hunda caalaa immoo... Read more »
Finfinnee: Filannoon dhufu dimokraatawaa, ifaafi bilisa akka ta’uuf xiyyeeffannaan hojjetaa jiraachuu Boordiin Filannoo Biyyaalessa Itoophiyaa ibsa torbanuma kana keessa kenneen beeksiseera. Walitti qabduun boordichaa Dubree Burtukaan Miidhagsaa ibsa miidiyaaleef kennaniin, ittigaafatamummaan boordichaa... Read more »
Finfinnee: Waggoota 27n dura magaalattii keessa namni jarjare saaykiliidhaan, namni suuta adeemuu barbaade immoo miilaan tarree galee adeema. Kan saaykilii qabu gaafas magaalattiitti heddummaachuusaatiin daandiin of danda’aan tajaajilichaaf oolu sadarkaa gaafatamuurra gahee... Read more »
Obbo Yoonaas Kaasaahuun waggoota 20f Jarman turuun gara biyyaatti deebi’anii hojiilee invastimantii adda addaarratti bobba’anii hojjechaa jiru. Obbo Yoonaas yeroo ammaa Hoteela sadarkaasaa eeggateefi lafa kaaree meetira 600 irra buufate tokko Naannoo... Read more »
“Itti diiganii dhahuun; callaafi cidii gargara baasa. Horfi horfinee ilaallaa horfootu lootuu balleessaa. Itti dhiiganii fidanii lubbuu danuu kaffalan aarsaa, itti hinlaafinaa jabeessaa gatii qabsaa’ota kaleessaa” jedhe weellisaan. Lammiin barootaaf dhiigaa, mankaraaraa,... Read more »