“Qabsoo keenya harka mirgaatiin qabannee bitaadhaan dinagdee keenya guddifachuuf socho’uu qabna” -Obbo Jawaar Mahaammad

Finfinnee: Irreechi Hora Finfinnee jaarraa tokkoofi walakkaa booda barana Fulbaana 24 bara 2012 kan kabajamu yoo ta’u, borumtaasaa ammoo Irreechi Hora Harsadii Magaalaa Bishooftuutti ni kabajama. Ayyaanicha sababeeffachuun agarsiisniifi baazaarii Kibxata darberraa... Read more »

Irreechi yoom, akkamitti eegalame?

Finfinnee: Irreechi utuu Kuushotni adda adda hinqoodamin waggoota kuma 12 dura naannawa Sulula Abbayyaatti eegalame. Ayyaanni Irreechaa guyyaa Oromoon eenyummaasaa itti yaadatee Waaqa, lafaafi waliisaa gidduutti araara buusuufi gamtaadhaan ba’ee Waaqasaa itti... Read more »

“Daldalli seeraan alaa yeroo ammaa hidda gad fageefatee biyya jigsaa jira” Dhaabbata Gabaa Omisha Qonnaa Oromiyaa

Dhaabbatni Gabaa Omisha Qonnaa Oromiyaa bara 2003 hundaa’e. Dhaabbatichi dhaabbilee misoomaa saglan Oromiyaa keessa jiran keessaa isa tokko yoo ta’u, itti waamamnisaa Abbaa Taayitaa To’annoo Dhaabbilee Misoomaa Oromiyaati. Kaayyoon dhaabbatichaa omishaalee qonnaa... Read more »

“Irreechiifi Finfinneen duruu walbeeku” -Abbaa Gadaa, Doktar Mulugeetaa Dabbabaa

Seenaa biyya kanaa keessatti Oromiyaan madda hayyootaati yoo jedhame kan haalamu miti. Ta’us, sababa dhiibbaawwan addaddaatiin hayyootni kunneen hawaasa osoo hinbaratiin isaan barsiiseef haala barbaadamuun hojjechaa akka hinturre ni beekama. Muraasni garuu... Read more »

Irreechi hambaa aadaafi seenaa Oromooti

Kutaa 3fafi isa xumuraa Dubbistootaa, mataduree kana jalatti maxxansawwan keenya lamaan darbaniin dhimmoota Irreechaan walqabatan isin dubbisiisuun keenya ni yaadatama. Maxxansa kanaanis kutaa ittaanuufi isa dhumaa isin dubbisiisna. Ummattoota kaabaafi Baha Afriikaa... Read more »

Qunnii buqqifannaa

Bari’uun birraa sabootaafi Sablammoota Itoophiyaa biratti haalota adda addaatiin yaadatama ykn kabajama.Oromoo biratti irra caalaa Irreechi akka bara haaraatti fudhatama ykn kabajama. Fooliin birraa kan urgaa’u Irreecharraa kaaseeti. Kan ijoolleen gammadan, kan... Read more »

Seenaa Oromoo: Seenaa Itoophiyaa keessaa dhokfame

“Kun sagalee bilisummaa Oromooti. Bilisummaan Oromoo biyyasaa waggoota dhibba tokkoof diinaan wareeramee ture yeroo ammaa harkasaatti deefachuusaa isin beeksifna. Mootiin Jaanhooyis kufeera, sa’a kanarraa kaasee mootummaa kan hoogganu dhaabbata bilisummaa  Oromoo jedhamuudha.... Read more »

Ijiptoonni mul’ata waliinii akka qabaataniif Itoophiyaan kallattiilee hundaan socho’uu qabdi jedhame

Finfinnee: Piropozaaliin haaraa Ijipti Hidha Guddicha Haaromsa Itoophiyaa (Abbayyaa) irratti dhiyeessite waliigaltee duraanii kan cabseefi mootummaa Itoophiyaatiin fudhatama akka hinqabneedha Ministeerri Bishaan, Jallisiifi Inarjii tibbana kan beeksise. Ministirri ministeerichaa, Doktar Injinar Silashii... Read more »

Ministirri Muummee Doktar Abiyyi badhaasa 14fa argatan

Ministirri Muummee Itoophiyaa Doktar Abiyyi Ahmad yeroo aangoo waggaa tokkoofi ja’a jaha keessatti kan Dimokraasii Afrikaa dabalatee badhaasota 14 injifatan. Badhaasa dimokraasii Afrikaa kana Ministira Muummee Abiyyi wajjin kan injifatan  lammii Naayijeeriyaa,... Read more »

Dambiin fooyyessa Bulchiinsa Investimantii Oromiyaa ragga’e

Finfinnee:Manni Marii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa (kaabineen) walga’ii idilee bara hojii 5fa waggaa 5fa Fulbaana 7 bara 2012 geggeesseen wixinee Dambii Bulchiinsa Investimantii Naannichaa irra deebiin  fooyyessuuf  qophaa’erratti mari’achuun raggaasise. Dambicha irra... Read more »