Kabaja Irreecha Finfinneefi Bishooftuu: Oromoo cabsuun yeroo dhumaatiif awwaalameera

Finfinnee: Waggoota 150 dura Oromoon Hora Finfinneetti  irreeffataa ture. Warreen waa’een Oromoo hinliqimfamneefi yeroo mara ija shakkiitiin isa ilaalan garuu humna qaban fayyadamuun bakka irreeffannaasaarra qofa osoo hintaane bakka jireenyaasaarraallee dhiibanii baasan.... Read more »

Holqi Soof Umar ji’a ittaanu ‘UNESCO’tti galmaa’uu danda’a jedhame

Finfinnee: Godina Baaleetti kan argamu Holqi Soof Umar ji’a ittaanu hambaa addunyaa ta’ee galmee ‘UNESCO’ irratti galmaa’uu akka danda’u  Biiroon Aadaafi Tuurizimii Oromiyaa beeksise. Hogganaa Ittaanaan biirichaa  Obbo Admaasuu Waaqgaarii ibsa dheengadda... Read more »

Hanqinoota mudatan araarama tokko malee sirreessuurratti xiyyeeffannaan akka hojjetamu himame

Finfinnee: Manneen Marii Bakka Bu’oota Ummataafi Federeeshinii Wiixata darbe walga’ii  idilee 1fa, marsaa 5fa, bara hojii 5fa kan adeemsifatan yoo ta’u, Pirezidaantiin Mootummaa RFDI, Aadde Saahlawarqi Zawudee haasaa baniinsaa taasisaniin kallattiiwwan hojii... Read more »

Hiika halluu Alaabaa Abbaa Gadaa

Finfinnee: Alaabaan Abbaa Gadaa mallattoofi eenyummaa ummata Oromooti. Alaabaan kun halluu gurraacha, diimaafi adii kan qabu yoo ta’u, erga hayyootni Oromoo yaada irratti kennaniin booda filatame. Ilmaan Oromoo hedduun alaabaa kanaaf jecha... Read more »

Duudhaalee Irreechaa walta’insa biyyaalessaatiif

Sirna Gadaa Oromoo keessatti Irreechi nageenya, jaalala, walta’insa, misoomaafi tokkummaa kan calaqqisiisu ta’uusaa abbootiin Gadaa Oromoo hedduun  irra deddeebiin dubbatu. Abbaa Gadaa duraanii Maccaa, Taakkalaa Dhinsaas Irreechi nageenya kan of keessatti hammatu... Read more »

“Irreecha Hora Finfinnee waggaa 150 booda kabajuun ummata Oromoo maraaf injifannoo guddaadha” -Hayyuu Seenaa Obbo Alamaayyoo Hayilee

Keessummaan keenya har’aa hayyuu seenaa Obbo Alamaayyoo Hayileeti. Obbo Alamaayyoon yeroo ammaa Giddugala Aadaa Oromootti, Qorataa Seenaafi Dursaa Garee Seenaati. Gaafdeebii isaan torban darbe Gaazexaan Bariisaa wajjin dhimmoota seenaa Oromoo, Sirna Gadaafi... Read more »

Ejjennoo waloon Oromoo ceessisuuf gadaan tokkummaa jaarmayaa siyaasa Oromoo amma

Oromoon miira tokkummaa dhabuusaarraa kan ka’e jaarraa tokkoofi walakkaaf hacuuccaafi gadi qabaa hadhaa’aa keessa tureera. Sabni kun saba bal’aa ta’ee utuu jiruu waliigaluu dhabuurraa kan ka’e jijjiiramni gama siyaasaatiin Oromiyaa keessatti calaqqisaa... Read more »

Irreechi of danda’ee yuneskootti akka galmaa’uuf hojjetamaa jira

Finfinnee: Duudhaaleen Irreecha keessa jiran jijjiiramoota hawaas-dinagdeefi siyaasa Itoophiyaa ceesisuurra darbanii walta’insa biyyoota Afrikaaf kan gumaachan ta’uu abbootiin Gadaa Oromoo ibsuurratti argamu. Biiroon Aadaafi Turizimii Oromiyaas duudhaaleen Irreecha keessa jiran marti ilaalcha... Read more »

“Iccitii muka Odaa nurra kan beeku Waaqa” -Abbaa Gadaa Hayiluu Laggasaa

Finfinnee: Odaan Oromoo biratti muka seenaafi kabaja guddaa qabuudha. Odaan uumamaan mukeen biroorraa adda. Odaa, Gadaafi Oromoon  walirraa adda hinba’an. Odaan galma, kabajaafi mallattoo Oromooti. Mukti kun uumamaan biqiloota biroo irraa adda... Read more »

“Duudhaaleen keenya bu’uura nagaa, jaalalaafi tokkummaa keenyaati” -Ministira Aadaafi Turizimii

Finfinnee: Ayyaana Irreechaa baranaa sababeeffachuun dheengadda foramii Irreechaa tokkoffaan Finfinnee Hoteela Sharaatan Addisitti adeemsifameera. Foramicharratti waraqaaleen qo’annoo adda addaa seenaafi duudhaalee Sirna Gadaafi ayyaana Irreechaarratti xiyyeeffatan dhiyaataniiru. Hogganaan Biiroo Aadaafi Tuurizimii Oromiyaa... Read more »