Baayooteknolojiin hojii saayinsii addunyaa ni sochoosa” -Doktar Taaddasaa Dhaabaa

Finfinnee: Gara fuulduraatti barri amma Teknolojii Qunnamtii Odeeffannootiin hogganamaa jirtu guutummaatti baayooteknolojiidhaan akka sochootu Inistitiyuutii Qorannoo Qonnaa Itoophiyaatti, Daarektoreetiin Baayooteknolojii ibse. Daarektarri daarektooretichaa Doktar Taaddasaa Dhaabaa gaafdeebii gaazexaa Bariisaa wajjin Kibxata darbe... Read more »

Sammuu hojjattuu manaa jeequun, jireenya maatii hedduu jeeqaa jira

Finfinnee: Jiruun dugda itti kenninaan maatii lubbuushee caalaa jaalattutti dugda kennitee jireenya mo’achuuf iddoo lafaafi namasaa hinbeeknetti godaanuuf dirqamte. Harka qullaa maatii rakkoodhaan ishee guddise teessee ija keessa ilaaluun itti ulfaatee haala... Read more »

“Gaaffiin Oromoo deebii hinarganne yeroo gabaabaa keessatti lakka’aamee deebii argata” -Koree Giddu Galeessaa ODP

Finfinnee:  Koreen giddu galeessaa ODP marii guyyoota lamaan Roobiifi Kamisa Finfinneetti taa’aa ture murtoowwwan dabarsuun xumure. Korichi mariisaatin raawwii hojii dhaabbattummaafi mootummaa, tokkummaa keessoo paartiifi riifoormii paartilee, gufuuwwan jijjiirramaafi kallattii furmaataarratti mari’ateera.... Read more »

“Ibsi ABUTn kennamaa jiru dogoggora” -Waajjira Mana Marii ADWUI

Ibsiwwan tibbana ABUTn irra deddeebiin akka dhaabaattis ta’e hoggantoota tokko tokkoon kennamaa jiran dogoggora ta’uu Waajjirri Mana Marii ADWUI ibsa kaleessa baaseen beeksise. Dogoggoroota kanneen keessaa inni jalqabaa hojmaataafi naamusa dhaabaa wajjin... Read more »

Dhimma walitti makama ADWUI ija paartiilee deggartootaafi hayyuutiin

Finfinnee: Dhaabbileen siyaasaaAdda Dimokraasummaa Warraaqsa Ummattoota Itoophiyaa (ADWUI)n waggoota 28 booda paartiilee deggartootaa waliin walitti makamuuf murteessuusaa beeksiseera. Addi Bilisummaa Ummata Tigraayi (ABUT) garuu galmi walitti  makamuu kun sirna bulchiinsa mootummaa kan... Read more »

Kitaabni IDA’AMUU siyaas-dinagdee Itoophiyaa ibsuurratti xiyyeeffatee har’a eebbifama

Finfinnee: Kitaabni mataduree IDA’AMUU jedhuun Ministira Muummee Itoophiyaa Doktar Abiyyi Ahmadiin barreeffame har’a kan eebbifamu yoo ta’u, mataduree IDA’AMUU  jedhuun  siyaas-dinagdee Itoophiyaa kan ibsu ta’uu Waajjira Ministira Muummeetti Gorsaan Dinagdee ibsan. Gorsichi... Read more »

Oromoon galaana oggaa jedhamu sababarratti hundaa’eeti

Oromoon akkuma dacheensaa bal’aa ta’e saba gara bal’eessaafi aadaa hammachuutiin ijaaramedha. Aadaan hammachuu uumamaan argaterraa kan ka’e saba biraa Oromoorraa osoo adda hinbaasiin aadaa guddifachaan, harma hoosisaan saba biraa akka dhalasaatti guddisaa... Read more »

Paarkii tokkummaa: Bu’aa kutannoodhaan hojjechuu

Finfinnee: Paarkiin tokkummaa waggaa darberraa kaasee masaraa mootummaa keessatti qarshii biliyoona shaniin ijaaramaa ture Roobii darbe eebbifameera. Sirna eebbichaarratti qondaaltonni olaanaa mootummaa federaalaafi naannolee akkasumas gaggeessitootni biyyoota Afrikaa Bahaa kan argaman ta’uu... Read more »

Doktar Abiyyi Ahimad badhaasa Noobeelii Nagaa bara 2019 injifatan

Finfinnee: Ministirri Muummee Itoophiyaa Doktar Abiyyi Ahimad badhaasa Noobeelii Nagaa bara 2019 injifachuu isaanii Koreen Badhaasa Noobeelii Noorweey beeksise. Doktar Abiyyi tattaaffii waggaa tokkoof walakkaa keessatti nageenya biyyattiis ta’e gaanfa Afrikaa mirkaneessuuf,... Read more »

“Dhiigummaa caalaa injifannoo Oromoon qe’eesaatti argate nugammachiisnaan irreecha dhufne” -Saboota hortee Kuush

Finfinnee: Ijaaramuu mootummaa haaromsaa kanaan walqabatee sirni kabaja Irreechaa Hora Finfinnee waggoota 150f ugguramee ture barana geggeeffamuunsaa dhiigaan tokko ta’uu caalaa akka isaan gammachiise sabaafi sablammiileen dubbatan. Bulchiinsa Godina Halaabaatti Ittigaafatamaan Waajjira... Read more »