Akeekni aggaammichaa si’aayinaan qulqullaa’ee ummataaf ibsamuu qaba

Ummanni Oromoo, duudhaa ilaafi ilaamee qabu, moggaasee ormayyuu qaamasaa taasifatu, kan beela’e nyaachisu, isa daare uwwisu, dheebotaa obaasuudha. Duudhaa sirna Gadaatiin guddaan eebbisee, xiqqaan ajajamee walkabajaan buluudha. Ummanni guddaan kun sirna waliin... Read more »

“Anga’oonni biyyattii ergaa dabarsaniif of eeggannaa gochuu qabu” -Abbaa Gadaa Goobana Hoolaa

Finfinnee: Torban kun Oromiyaa keessatti torban taatee gaddisiisaan itti uumamee lubbuun namootaa darbe, namni itti madaa’eefi qabeenyi itti barbadaa’e ture. Kunis aggaammii xiinxalaa siyaasaa Jawaar Mahaammad irratti Kibxata halkan walakkaatti raawwatame mormuun... Read more »

“Gochi Obbo Jawaar Mahaammadirratti aggaamame yakka” -Ogeessa seeraa

Finfinnee: Kibxata darbe halkan naannawa sa’aatii 6:00tti xiinxalaa siyaasaafi Daarektara OMN, Obbo Jawaar Mahaammadirra maqaa jijjiirraa eegduu jedhuun doorsisa irra ga’eef guutummaa Oromiyaatti Roobiifi Kamisa darbe mormii cimaan adeemsifameera.  Humnootni tokkummaa Oromoo... Read more »

Itoophiyaafi Misir addummaa hidhicharratti qaban mariidhaan furuuf waliigalan

-Raashiyaan biyyoota Afrikaatiif idaa doolaara biliyoona 20 haqxe  Finfinnee: toophiyaafi Misir addummaa dhimma ijaarsa Hidha Guddichaarratti qaban mariidhaan furuuf waliigalteerra gahuusaanii Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad ibsan. Raashiyaan Itoophiyaa dabalatee biyyoota Afrikaatiif... Read more »

“Ammaan booda waanti ummanni hinbarbaadne abadan hinta’u” – Jawaar Mahaammad

“Kibxata darbe halkan walakkaa osoo anatti hinhimne qaamoleen hidhatan dhufanii eegdota kiyyaan meeshaa keessan qabadhaatii bahaa konkolaataan alatti isin eega jira” jedhaniin. Yoo laalan konkolaataan lama ala jira. Maaliif osoo ani hinbeekne... Read more »

“ADWUI waggoota 27 biyya hoogganaa ture yaada hinqabu ture” – Obbo Shimallis Abdiisaa

Finfinnee: Hojmaatni mootummaa waggoota 27 darbaniif biyyattii keessa ture ummata bal’aafi hafee caasaalema mootummaatiifuu ifa kan hinturre ta’uu kan himan Pirezidaantii Ittaanaa MBNO Obbo Obbo Shimallis Abdiisaa, caasaan mootummaas hojii itti hojjachuuf... Read more »

Walitti makamichi hojmaata iftoomina qabuun haa deggaramu

Biyyi keenya waggoota 28 darbaniif dhaaba siyaasaa ADWUI jedhamuun hogganamaa kan turte yoo ta’u, sirna dimokraasii babal’isuuf keessumaa dhaabbileen dimokraasii akka hundeeffaman gochuun, miidiyaaleen sagalee ummataa ta’anii akka tajaajilaniif  hundarra ammoo sirni... Read more »

Afaan ofii barachuun hanga kamiitti?

Finfinnee: Akka hayyootni afaanii ibsanitti, afaan kamuu barachuun dhalootaan ykn uumamaan kan kennamu osoo hintaane shaakalaan kan argamuudha. Daa’imni tokko yeroo jalqabaatiif garaa haadhashee keessaa wayita baatutti kan boossu yoo ta’u, kunis... Read more »

Teknolojiin galii bu’aalee beeladaarraa argamu fooyyessuuf murteessaadha jedhame

Finfinnee: Galii bu’aalee beeladaarraa argamu fooyyessuuf itti fayyadamni teknolojii murteessaa ta’uu Ministeerri Qonnaa beeksise. Sadarkaa ministira de’eetaatti gorsaan ministeerichaa Doktar Iyyaasuu  Abrahaa agarsiisa bu’aalee beeladaa akka Afrikaatti yeroo 5faf Itoophiyaatti qophaa’erratti argamuun... Read more »

Giddugalli Aadaafi Aartii Looreet Tsaggaayee Gabramadihin iftaan banama

Giddugalli Aadaafi Aartii Looreet Tsaggaayee Gabramadihiin Yunivarsiitii Ambootti Onkoloolessa 10 ifatti banamee hojii kan eegalu ta’uu yunivarsitichi ibse. Itti gaafatamaan dhimmoota kominikeeshinii yunivarsitichaa Obbo Mul’ataa Dhugumaa ibsa dhimmicha ilaalchisuun kaleessa Gaazexaa Bariisaatiif... Read more »