Murtichi murtii nagaqabeessa ta’ee akka xumuramuuf

Dhimmoota hoggansa mootummaa jijjiiramaa Itoophiyaa Doktar Abiyyi Ahmadiin durfamuun xiyyeeffannaa cimaa argatee irratti hojjetamaa jiran keessaa tokko waa’ee gaaffii ofiin of bulchuu saba Sidaamaati. Godinni Sidaamaa ammaan tana Naannoo Ummatoota Kibbaa jalatti... Read more »

Misooma jallisii baranaatiin qamadii omishuuf karoorfamee hojjetamaa jira

Adaamaa:  Naannoon Oromiyaa misooma jallisii marsaa tokkoffaafi lammaffaatiin lafa hektaara kuma 564fi 961.87 misoomsuudhaan omisha kuntaala miliyoona 88fi kuma 981fi 038. 8 argachuuf karoorfamee hojjetamaa jiraachuu ragaan Biiroo Qonnaafi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa... Read more »

Sanyiiwwan gara garaa ooyiruu tokkotti, rakkoo dhiphina lafaa hir’isuuf

Mattuu: Yeroo ammaa kanatti baay’inni ummataa gara malee dabalaa jiraachuusaatiin dacheen irra jiraannu dhiibbaa hamaa jalatti kufteerti. Dhiibbaa jalatti kufuun dachee kun immoo eenyunuu caalaa kan hubu dhala namaa ta’uun gaaffii hin... Read more »

Qeerroon humna misoomaa sammuu qulqulluun socho’u waan ta’eef dhiibamuu hinqabu

Finfinnee: Qeerroon humna misoomaa sammuu qulqulluun socho’uu fi utubaa biyyattiiti malee garee jeequmsaa godhanii ilaaluun dogoggora ta’uu Artist Lij Yaareed ibse. Jijjiirama akka biyyaatti dhufe keessatti adda durummaan aarsaa kaffalaa kan ture... Read more »

Araadaan Afaan Oromootiin barnoota kennaa jirti

Finfinnee: Manneen barnootaa mootummaa sadarkaa tokkoffaa barattoota Afaan Oromoo simachuun barsiisaa jiran 126 keessaa manni barumsaa Itoophiyaa Tiqdam, kan kutaa bulchiinsa magaalaa Araadaatti argamu isa tokko. Qajeelfama qaxxaamuraa bulchiinsa magaalichaarraa darbeen barattoota... Read more »

“Omisha qonnaa keenya gara qindeessuutti ceessisaa jirra”

Hoji gaggeessaa Yuuniyeenii Qonnaan Bultoota Bachoo Walisoo Waliso: Guddiftuu callaa dhiheessuufi raabsuun hojii jalqaba Yuuneenii Qonnaan Bultoota Bachoo Walisoo geggeessaan hojii yuniyeenichaa Obbo Urgeessaa Atoomaa ibsan.Omisha qonnaan bulaarra bitanii gurguruu bira darbee... Read more »

Mariin Hidhichaa taajjabdoota hirmaachise Finfinnetti eegalame

Finfinnee: Mariin teknikii ministeerota bishaanii biyyoota sadeen (Itoophiyaa, Misiraafi Sudaan) yeroo jalqabaatiif taajjabdoota Ameerikaafi Baankii Addunyaa hirmaachise kaleessarraa kaasee Finfinnetti adeemsifamaa jira. Sagantichi qaama marii ministeerota bishaanii biyyoota sadanii dhiheenya Sudaan, Kaartumitti... Read more »

Walitti makamni taasifamaa jiru tokkummaa ummataa kan eegsisuudha jedhame

Finfinnee: Ce’umsi ADWUIn gara walitti makamuutti taasisaa jiru tokkummaa ummatootaa eegsisuuf faayidaa olaanaa kan ta’uu hayyoonni Yunivarsitii Baahidaar ibsan. Haala ammaan tana biyyattiin keessa jirtuun walitti makamuun miseensota addichaa filmaata kan qabne... Read more »

Murtee ummata Sidaamaa

Finfinnee: Heera mootummaa Rippabilikii Federaalawaa Dimokiraatawaa Itoophiyaa(RFDI),  bara 1987 bahuun raggaasifamerratti caaseffamni mootummaa ‘sirna federaalaawaa’ ta’uusaafi miseensotni federeeshinii biyyattii ammoo naannolee sagaliin  hundeeffamuusaanii keeyyata 46 jalatti tumameera. Keeyyatuma jalattis dabalataan mirgi bulchiinsa... Read more »

“Duudhaaleen sirna Gadaa ayyaana sabaafi sablammootaa baranaarratti ni beeksifamu” -Caffee Oromiyaa

Finfinnee: Ayyaana sabootaafi sablammoota baranaa kan keessummeessu naannoon Oromiyaa duudhaalee sirna Gadaa bal’inaan ummattoota biyyattii hundaaf kan beeksisu ta’uu Caffeen Oromiyaa beeksise. Caffee Oromiyaatti walittiqabaan koree olaanaa ayyaanichaa Obbo Habtaamuu Damisee kaleessa... Read more »