Aanaa Maaraqootti lafti hektaarri 860 ta’u barbareen uwwifameera

Sababa ‘Fuzariyemiitiin’ omishni baranaa hir’ateera Qoshee: Yeroo ammaa gabaa irratti gatiin mi’eessitootaa kan durii caalaa dabalaa jiraachuutu himama. Keessattuu mi’eessitootni akka Barbaree immoo  gabaarratti hir’achaa dhufuusaanii irraa kan madde yeroo hedduu wantoota... Read more »

Arsiin omishasaa nagayaan sassaabbachaa jira

Boqojjii: Arsiin akkuma hayyootaafi qabsaa’ota hedduu qabdu midhaan nyaataa akaakuuwwan addaddaa omishuutiinis beekamtuudha. Atileetota bebbeekamoo Oromiyaa bakka bu’uurra darbanii alaabaa biyyattii addababayii addunyaatti mirmirsanis horachaa kan turteefi jirtuudha. Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaafi... Read more »

Paartii haaraan Itoophiyaa badhaate uumuuf hojjeta

Paartiin Badhaadhinaa Itoophiyaa badhaate dhugoomsuun fedhii bu’ura ummatashii dhugoomsuuf Kan hojjetu ta’uu Manni Marii ADWUI ibse. Manni marichaa ibsa baaseen paartichi dagaagina aadaa dimokraasiitiif dhaabbilee hundeessuun bilisummaafi walqixxummaan sabootaa mirkanaa’ee lammiileen biyyattii... Read more »

Jilli Aadaa Oromoo ayyaana sabootaarratti haala addaatiin dhiyaata

Finfinnee: Guyyaa ayyaana sabaafi sablammoota baranaa qopheessummaa Oromiyaatiin Finfinnetti kabajamurratti gareen aadaa Oromoo bifa addaatiin kan dhihaatu ta’uu jilli aadaa Oromoo beeksise. Kabaja guyyaa sabaafi sablammootaa barana yeroo 14faf kabajamurratti adeemsifamu wantoota... Read more »

Paartichi federaalizimii heddummina eenyummaa dhugoomsaa?

Finfinnee: Manni maree Adda Dimokraasummaa Warraaqsa Ummattoota Itoophiyaa (ADWUI) walitti baqiinsa paartiilee biyyaalessaa sadaniifi deggartootaa qaama raawwachiistuu hojii addicharraa qajeeleef fudhachuun dhengadda sagalee guutuun raggaasiseera. Addi Bilisummaa Ummata Tigiraayi (ABUT) garuu walitti... Read more »

Bocmaleessa siyaasa yunivarsiitii walta’insaan dhaabsifamuu qabu

Finfinnee: Dirreen siyaasa Itoophiyaa dhaabbilee barnootaa olaanaa keessumaa ammoo yunivarsiitiiwwan mootummaa seenuun barattoota bitaafi mirgasaanii hinbeekne gidduutti walitti bu’iinsa eenyummaa uumuun hammaachuu erga eegalee waggoota sadii lakkoofsisuuf deema. Yunivarsiitii Arsiitti barsiisaafi qorataan... Read more »

“Paartii biyyaalessaa tokko hundeessuun tokkummaa biyyaalessaa uumuu keessatti gahee olaanaa qabaata” – Obbo Fiqaaduu Tasammaa

Gaaffiin walitti makamuu paartiilee ADWUIfi paartii biyyaalessaa tokko hundeessuu amma utuu hintaane yaa’ii dhaabbatummaa 5fa ADWUIn waggaa lama lamaan geggeessurraa eegalee ka’aa tureera. Yaa’ii dhaabbatummaa 10fa ADWUI Maqaleetti adeemsifamerratti ammoo walitti makamicha... Read more »

“Miirri Itoophiyaanummaa sobaa naa liqimfamuu didnaanin Oromummaatti deebi’e” -Artisti Lij Yaareed

Oromoon waadaa hinganu, imaanaa hin nyaatu aadaafi duudhaa safuu ganama ittiin guddate waan ta’eef saba ofiirra darbee  ormaaf abbaa harmaafi abbaa guddifachaa ta’ee dhalasaatiin qixa kunuunsee guddisa. Oromoon saba guddaaf bal’aa jiraachuu... Read more »

Danaan Abiishee Garbaa gootummaadha

Ummatni Oromoo qabsaa’ota siyaasaa galmee seenaa keessatti gootummaadhaan bara baraan yaadataman hedduu qaba. Kanneen keessaa gootni beekamaan Abiishee Garbaa (abbaa makoo) adda durummaan kan waamamu yoo ta’u, seenaasaa bal’inaan barreessaan Ginbaar Nagaraa... Read more »

Wixxirfannaa taasifamaa jirurra aanuuf tokkummaa sabboonummaa

Haalli amma siyaasaa Itoophiyaa keessatti argaa jirru seenaan ofirra deebi’aa waan jiru fakkeesseera. Kunis bara ‘Zamana Masaafinti (Era of the Princes)’ jedhanii kan moggaasaniin walfakkaata. Zamana Masaafinti keessa wanni tahe Oromoo Walloottu... Read more »