Finfinnee: Miidiyaaleen biyyattii egeree Itoophiyaa ijaaruu keessatti ittigaafatamummaa olaanaa waan qabaniif sirnaan ba’achuu akka qaban gareen ‘Destiny Ethiopia Initiative’ gaafate. Qindeessaan garichaa, Obbo Nigusee Akliiluu marii dheengadda Finfinneetti gaazexeessitoota Afaan Oromootiin hojjetan... Read more »
Finfinnee: Saatalaayitii gara hawaatti furguggifamu odeeffannoofi ragaalee addunyaa kanaaf cuuphata ta’an qorachuun guddina teknolojii si’eessa. Guddina teknolojii si’eessuun alattis hudhaalee uumama keessatti mudachaa jiraniifi mudachuu malaniif raaga haalduree kennuun haalota walxaxoo salphisa.... Read more »
Dambi Dolloo: Walitti bu’iinsi dhiyeenya kana Yunivarsitii Waldiyaatti mudatee ture gara yunivarsitiiwwan gara garaatti babal’achuun lubbuun barattootaa akka darbu, miidhaa qaamaatiif akka saaxilaman, mooraa yunivarsitii gad lakkisanii akka ba’aniifi hojiin baruu barsiisuu... Read more »
Dubbistootaa, maxxansa keenya torbee darbeetiin gaafdeebii bal’aa Ambaasaaddar Daggifee Bulaa wajjin taasisne fuula Keessummaa Bariisaarratti isin dubbisiisuu eegallee irraa bulfachuun keenya ni yaadatama. Kutaan bule, kutaa 2fafi xumurrisaas kunootii dubbisa gaarii. Bariisaa:... Read more »
Roobee: Fira fira caalu, dhiiga dhiigarra namatti aanu, ollaa dafee namaa birmatu fira gaafa rakkoo, hiriyyaa gaafa makkooti. Gaafa sanyiin facaafame hundi dhibeedhaan jalaa baduuf ka’etti, gaafa aramaan sanyiisaanii liqimsee abbaa itti... Read more »
Roobee: Jiruufi jireenya qonnaan bulaa fooyyeessuufis ta’e omishaafi omishtummaa qonnaa dabaluuf teeknoolojiin qonnaa haaraa qorannoon baasuun murteessaadha. Sanyiiwwan midhaanii fooyya’aafi omisha gaarii kennuu danda’an akkasumas dhibee dandamatan qorannoodhaan baasee dhiheessuuf ergama guddaa... Read more »