Finfinnee: Itoophiyaan biyyoota Addunyaa yeroo ammaatti guddina si’ataa galmeessisaa jiran keessaa ishee tokko yemmuu taatu, keessattuu waggoota 19f walitti aansitee guddina abbaa diijitii lamaa galmeessisuunshee dinqisiifannaa uumeera. Biyyi walitti aansitee guddina ajaa’ibsiisaa... Read more »
Finfinnee: Barattoonni dhaabbilee barnoota olaanaa ifaajii maatiisaanii deebisuuf carraquu osoo malanii sakaallaa siyaasaatiin gaadi’amuunsaanii sirrii akka hintaane hayyuun siyaasaa hangaftichi Piroofeeser Bayyanaa Pheexiroos himan. Piroofeeserichi ibsa dheengadda Gaazexaa Bariisaaf kennaniin barattoonni dhaabbilee... Read more »
– Kanaafis doolaarri Ameerikaa miliiyoona 22 ol baasii ta’eera Finfinnee: Ce’umsa qonnarraa gara indastiriitti taasifamu milkeessuuf qonna ammayyaa teknooloojiin deggarame babal’isuun murteessaa ta’us hanqina mudateen damichi fagoo hindeemne. Kunimmoo sochii imala qonnarraa... Read more »
Finfinnee: Baay’ina ummattoota Itoophiyaa keessaa Sabni Oromoofi Amaaraa walitti dhibbantaa 65 ol uwwisu. Saboonni kunneen kan wajjin turan, gaa’ela waliin ijaaran, gaddaafi gammachuu waliin dabarsuun bu’aa bahii hawaasummaa, dinagdeefi siyaasaa kan waliin... Read more »
Ijaarsi seeraan alaa kuma jahaa diigame Sulultaa: Alseerummaan magaalota Oromiyaa hedduu keessatti hidda gadifageeffate madda rakkoo nageenyaa ta’aa tureera. Keessumaa gochichi magaalota Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinneetti daran hammaachuun balaa guddaa qaqqabsiisaa... Read more »
Finfinnee: Seenaa ijaarsa biyyoota Addunyaa hedduu yemmuu ilaallu irra jireessaan jaalalaafi fedhaan osoo hin taane, humnaafi dirqamaan kanneen uumamaniidha. Biyyootni humnaan ijaaraman kunneen adeemsa sana keessatti godaannisa yeroo kamuu fayyuu hindandeenye uumaanii... Read more »
Finfinnee: Adeemsa biyyattiin hiyyummaa jalaa bahuuf taasisaa jirtu keessatti hayyoonni biyyattii gahee dursummaasaanii bahachuu akka qaban gaggeessitonni mootummaa gaafatan. Sagantaan “Itoophiyaan bara 2050 eessa ga’uu dandeessi?” jedhu dheengadda hayyoota biyya keessaafi alaa... Read more »