“Torban torbaniin muudna malee hoogganaa hojiirra ciisu baannee hindeemnu” – Obbo Shimallis Abdiisaa

Finfinnee: Gamaagamni raawwii hojii seektaroota mootummaa naannoo Oromiyaa kurmaana lammaffaa Roobii darbe adeemsifame kan hojii itti kenname sirnaan raawwate kan itti jajameefi kan hanqina qabuufi raawwiin isaa guutuu hintaane kan akeekkachiisni  itti... Read more »

Tajaajila abbaa seerummaarratti maamiltoonni maal jedhu?

Finfinnee: Komiiwwan adda addaa kenniinsa tajaajila abba seerummaarratti kanaan dura abbootii dhimmaan dhiyaataa turan si’ana maal akka fakkaatu hubachuuf Kamisa darbe gara mooraa Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaatti gorree turre. Achittis dursinee abbaa... Read more »

“Sochiin taasifamaa jiru gaaffiilee deebisuu keessatti gahee olaanaa qaba” – Doktar Abiyyi Ahmad

Finfinnee: Naannolee saglan Itoophiyaan qabdu keessaa tokko Naannoo Ummatoota Kibbaati. Naannoon saboota 56 qabatee godinaalee 17fi aanaalee addaa torbaan hundaa’e tajaajilaa jiru kun otoo danaa ammaatiin hinijaaramiin dura naannolee shanitti kan qoodame... Read more »

Naa’ol Dhaabaa: Saayintistii diroonii qonnaa hojjetaa jiru

Gaazexaan Bariisaa fuula kanaratti keessummoota adda addaa afeerrattee dubbistootaaf dhiyeessaa jiraachuun ni yaadatama. Maxxansa kanaanis gaafdeebii dargaggoo damee teknolojiitiin biyyasaa jijjiiruuf of kenneefi dhimmamee hojjetaa jiru wajjin taasisne isin dubbisiisna. Bariisaa: Wal... Read more »

Barattoonni 25 Dubaayitti carraa barnoota tolaa argatan

Finfinnee: Barattoonni Mana Barumsaa Bultii Addaa Adaamaa 25 Dubaayitti carraa barumsaa argachuusaanii daarektarri mana barumsichaa ibsan. Daarektarri mana barumsichaa Doktar Hirphasaa Caalaa ibsa kaleessa Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin,  barattoonni kunniin dorgommii sadarkaa biyyaalessaatti... Read more »

Barnoota dhiisuun fala qabsoo tarkaanfachiisu miti

Jimmaa: Barnoota barachuu dhiisuun fala qabsoo tarkaanfachiisu akka hintaane Yunivarsiitiin Jimmaa ibse. Pirezidaantii ittaanaan yunivarsitichaa, Doktar Korraa Tushuunee ibsa dheengadda gabaasaa Gaazexaa Bariisaa waajjirasaaniitti argameef kennaniin akka jedhaniti, lammiin biyyasaatiif qabsaa’u kamuu... Read more »

Tarkaanfiin qaamolee nageenya yunvarsitiiwwan booressan irratti fudhatamu ittifufa

Finfinnee: Rakkoo nageenya yunvarsitiiwwan gara garaa keessatti uumameen lubbuun barattootaa darbeera; miidhaan qaamaas qaqqabeera. Sababuma kanaan yunvarsitiiwwan 22 keessatti hojiin baruu barsiisuu yeroowwan adda addaatiif addaan citeera. Barattootni hedduunis barumsasaanii addaan kutaniiru.... Read more »

Tajaajlli ashaaraa qubaa dadhabbii dhukkubsataa salphisu hojiirra ooluufi

Jimmaa: Ragaa galmee odeeffannoo dhukkubsataa argachuuf sakatta’insi faayilaafi kaardii buufata fayyaatiif hudhaa nuffisiisaadha. Haalichi tajaajila fayyaa qulqullinaafi si’aayina qabu hinkennamne gochuun madda komii ta’aa tureera. Yunivarsiitiin Jimmaa argannoo teknokojii rakkoo kanaaf furmaatan... Read more »

Ayyaanni waggaa haaraa saba Geedi’oo Amajjii 16 kabajama

Finfinnee: Sabni Geedi’oo Saboota, Sablammootaafi Ummattoota Naannoo Kibbaa keessaa isa tokko yoo ta’u, sabni kun ayyaana waggaa haaraa ‘Daraaroo’ jedhamu Amajjii 16 bara 2012 Godina Geedi’oo, Magaalaa Diillaatti kan kabajamu  ta’uu bulchiinsi... Read more »

Manneen barnootaa biyyattii harki 65 sadarkaasaanii kan eeggatan miti

Adaamaa: Manneen barnootaa biyyattii keessaa keessumaa sadarkaa tokkoffaan harki caalu (%60) sadarkaa qulqullinaa barbaadamu kan hinguunne ta’uu Ministeerri Barnootaa ni ibsa. Rakkoo kana hiikuufis bara 1998 irraa eegalee paakeejiin qophaa’ee hojiitti seenamus... Read more »