Horsiisee bultootni Gujii pirojektii hidha Gannaalee Daawwarratti komii dhiyeeffatu

Nageellee Booranaa: Pirojektiin hidha Gannaalee Daawwaa sadii humna elektirikii meeggaa waattii 254 maddisiisu Kibxata darbe eebbifamee hojii eegaluyyuu horsiisee bultootni Gujii aanaa Gordoolaa keessa jiraatan gariin beenyaan lafaa nuuf hinkaffalamne jechuun komii... Read more »

Sagantaa babal’ina bu’uuraalee misooma magaalaa, magaalota fayyadaa jiru

Bishooftuu: Sagantaan Misoomaa Mootummoota Gamtoomanii (UNDP) magaalonni rakkoolee bu’uuraalee misoomasaanii hiikuun rakkoo hawaasdinagdee ummataa akka furaniif Baankii Addunyaa waliin ta’uun liqaa ni kenna. Itoophiyaanis waggoota kurnan darbanitti sagantichatti marsaa lamaan kan fayyadamte... Read more »

“Kallattiin xiyyeeffannoo Itoophiyaa gara fuulduraa misooma bishaaniiti” -Doktar Abiyyi Ahmad

Finfinnee: Akkuma kallattiin xiyyeeffannoo hawaasa idil-addunyaa misooma bishaanii ta’e kan Itoophiyaas qabeenya bishaanii kuufachuu, sirnaan itti fayyadamuufi misoomarra oolchuu ta’uusaa  dubbatan. Ministirri Muummee mootummaa RFDI Doktar Abiyyi Ahmad kana kan dubbatan Kibxata... Read more »

Sagalee dhukaasaa dhabamsiisuun misooma Afrikaatiif haala mijeessuu

Finfinnee: Yaa’ii 36fan mana marii raawwachiistuu hojii Gamtaa Afrikaa galamsaa Finfinneetti argamutti geggeeffamaa kan jiru yoo ta’u, biyyoonni miseensota gamtichaa 55 irratti argamaniiru. Qaama yaa’ichaa kan ta’e walgahiin idilee mana marichaa dursa... Read more »

“Dirree dimokraasii bal’isuufi olaantummaa seeraa mirkaneessuun walqixa deemu qaba” -Abbaa Duulaa Gammadaa

Rakkoolee nageenyaa kutaalee biyyattii adda addaatti mul’achaa jiran furuuf mootummaan hojii dirree dimokraasii bal’isuufi olaantummaa seeraa mirkaneessuuf raawwatu walqixa hojjechuu akka qabu dubbatu Pirezidaantii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaafi Afyaa’iin Mana Marii Bakka... Read more »

Mana Barumsaa Sadarkaa 2fa Ifa Salaalee:Badhaasa Waajjira Giifti Duree

Manni Barumsaa Ifa Salaalee Sadarkaa 2fa Godina Shawaa Kaabaa, Aanaa Waacaalee, Ganda Bosoqqee Jaatiitti kan argamu yoo ta’u, deggarsa Waajjira Giiftii Dureetiin yeroo gabaabaa keessatti ijaaramee xumuramuun torban darban kana keessa eebbifameera.... Read more »

Walakkaa waggaatti carraa hojii miiliyoona walakkaa, Oromiyaatti

Finfinnee: Hojitu hojjetaa dhabeefi hojjetaatu hojii dhabeen adda ba’uu baatus, lammiileen hedduu hojii dhabuun qalbii fudhatee ajandaa mootummaafi ummataa ta’eera. Waggaa waggaan inni eebbifamuufi inni mootummaan qacaruu danda’u walsimuu dhabuudhaan yeroo ammaa... Read more »

Duudhaaleen aadaa nageenya waaraaf ooluu qabu

Duudhaaleen araaraafi aadaaleen kenniinsa haqaa nageenya waaraaf akka oolaniif jaarsoliin biyyaafi abbootiin Gadaa qoodasanii akka bahatan gaafatame. Waltajjii marii kaleessaafi dheengadda mataduree, “Duudhaalee araaraa biyya keessaafi sirna kenniinsa haqaa nageenya waaraa biyya... Read more »

“Harkifannaan ijaarsaa waggaa dhufus simannaa barattootaaf gufuu ta’u hinoolu” -Doktar Kallalawu Addisuu

Boongaa: Yunivarsiitiin Boongaa dhaabbilee barnoota olaanaa dhiyoo hundaa’an keessaa isa tokko yoo ta’u, yeroo jalqabaaf bara kana barattoota eebbisiisuuf qophiirra jira.Bu’uuruma kanaan dameewwan qonnaa, qabeenya uumamaa, Biizinasiifi saayinsii bu’uuraan barattoota simatee barsiisaa... Read more »

Ammayyuu haadholiin % 50 ta’an dhaabbilee fayyaa alatti da’u

Sababa kanaan guyyaatti haadholiin 20-30 lubbuusaanii ni dhabu Finfinnee: Mootummaan mataduree, “Haati tokko lubbuu kennuuf lubbuu dhabuu hinqabdu” jedhuun fayyaa haadholiirratti xiyyeeffatee hojjechuu erga eegalee waggoonni lakkaa’amaniiru. Hojii kanaanis yeroo da’umsaa qofa... Read more »